Dhangi'i

Bafatii kun ajajawwan foormulaa dhangeessuuf barbaachisan of keessaa qaba.

Bocquuwwan

Bocquu miseensa foormulatti fayyadamtuu ibsa.

Hagamtaa Bocquu

Hamamta bocquu foormulaa keetiif ifteessuf qaaqa kana fayyadami. Hamamta bu'uura fi miseensa foormulaa hundaa walitti dhufeenya bu'uura kana wajjiinin safaru fili.

Addaan Fageenya

Use this dialog to determine the spacing between formula elements. The spacing is specified as a percentage in relation to the base size defined under Format - Font Size.

Hiriira

Hiriira foormulaa sarar-heedduu akkasumas foormulaale miseensa heedduu sarara tokko keessas ibsuu ni dandeessa. Foddaa Ajaja keessatti ajaja NEWLINE galchuun foormula sarar-heeddu uumu ni dandeessa.

Haalata Barruu

Haalata barruu jijjiirraa bani ykn dhaamsi. Haalata barruu keessatti, foormulaalen hojjaa sarara barruu walqixa ta'een agarsiifamu.

Please support us!