Bafatoota

Kabalii barataa, ajajawwan mara Herregduu LibreOffice waliin hojeetu of keessaa qaba. Tarree ogeejjiiwwan jiran mara, akkasuumas ajajawwan galmeewwan foormulaa gulaaluu, mul'annoo, qindeessuu, dhangeessuu, maxxansuu fi wantawwan isaan keessatti hamataman of keessaa qabu. Ajajawwanii bafata hedduun, yammuu foormulaa tokko uumtuu yk gulaaltu qofa mul'atu.

Sajoo Yaaddannoo

Foddaan galmee of keessatti qabate ati irratti hojjechuu barbaaddu akka ajajoota baafataa fayyadamuuf filatamuu qaba. Haaluma walfakkatuun, ajajoota baafataa wanta waliin firooman fayyadamuuf wanta galmee keessaa filachuu qabda.


Sajoo Ofegannoo

Baafatawwan rifachisaa halqalaati. Kana jechuun maalimootni baafataa kun hojii amma hojjetamaa jiruuf faayidaa qabeessa ta'anii jiraatu. Yoo qareen barruu keessatti iddeeffame, maalimootni baafataa barruu gulaaluuf fayyadan hundi ni jiraatu. Yoo galmee keessaa saxaatoo filatteetta ta'e, maalimoota baafataa saxaatoo gulaaluuf fayyadan hunda agarta.


File

Opens the File menu.

Gulaali

Ajajawwanii bafata kana keessaa foormulaawwan gulaaluuf fayyadu. Ajajawwan bu'uura dabalatee, (fakkeenyaaf, qabeentoota jalteessuu) dalagaawwan murtaa'oo Herregduu LibreOffice kunis iddooqawwan ykn dogongorootaf barbaachisutu jira.

View

This menu contains commands to control the on-screen display of the document, change the user interface and access the sidebar panels.

Dhangi'i

Bafatii kun ajajawwan foormulaa dhangeessuuf barbaachisan of keessaa qaba.

Meeshaalee

Galaalee malattoo bantee gulaaluuf, bafata kana fayyadami, ykn foormulaa alaantoo akka faayila deetaatti alaagi. Walquunnamii sagantaa fedhii kee guutuuf mijaa'uu nidandaa'a. Akkasuumas dirqalawwan sagantaa jijjiiruu nidandeessa.

Window

Contains commands for manipulating and displaying document windows.

Help

Bafatii Garagarsichaa, kaasuu fi sirna Gargaarsaa LibreOffice too'achu siif hayyama.

Please support us!