LibreOffice 25.2 Help
Dirri barruu tokko tokkoo akka ogeejjiiletti ofumasaaniin hikaamaniru. Yeroo baay'e kun waan ati barbaaddu miti. Yoo W* barreessu barbaadde (qubee irraarfii urjoo waliin), urjoon akka ogeejjii baayyisutti hiikama. Kallattiin barruu mallattoo waraabbii lamaan marsi ykn spaceholder dabali.
Fakkeenyota:
Foormulaan MathType alaagamee diraa armaan gadii haammata
W rSup { size 8{*} }
If you have set up Math to convert imported MathType formulas (in LibreOffice - PreferencesTools - Options - Load/Save - Microsoft Office), you see the formula with a placeholder instead of the asterisk.
Akka foormula armaan gadii keessa {*} gara {} * {} jijjiiri:
W rSup { size 8{} * {} }
Arfii akka barruu kallatiitti saaguf W^"*" fayyadamuus ni dandeessa.
Foormulaaleen tokko tokko mallattoo = jalqabu. Arfii akka barruu kallatiitti galchuuf "=" fayyadami.