LibreOffice 24.8 Help
Tokkoon tokkoon sadallaa "bitaa" fi "mirga" fayyadamuun qindeessu ni dandeessa, garuu addaan fageenyi sadallaa gidduu jiru dhabbata hin ta'u sababni isaa yaada waligalaatti wali galu waan ta'ef. Kanaan ala, karaan sadallaan addaan fageenyi isaan gidduu dhabbata ta'e itti agarsiifamu jira. Kana fiixan baasuf, Sadallaa baratamoo fuuldura "\" (haxaarroo) qubachiisi. Sadallaan kun amma akkuma mallattoolekami kabirooti akkasumaas hiriirri isaani akkuma mallattoo kabirooti
left lbrace x right none
size *2 langle x rangle
size *2 { \langle x \rangle }