Cita Sararaa Saaga Jira

Akkaata itti foormulaa LibreOffice Math keessatti sararoota lamma gubbaatti barreefamu (cita sarara hujeeka wajjiin):

Ajaja "newline" fayyadamuun cita sarara uumi. Wantii marti cita sarara booda dhufan sarara ittaanu irra qubachiifamu.

Please support us!