Timijjiiwwan wajjiin hojjecha jira

Akkamiin timjiiwwan foormulaa ida'uu ykn guuttee keessa hiika (ibsaa)?

Qaree galmee barruu barreessa keessatti akka "idaati s^k irra k = 0 hamma n" tti foormulaa idaati galchu barbaadda.

  1. Choose Insert - OLE Object - Formula Object.

    You see the Math input window and the Elements pane on the left.

  2. From the list on the upper part of the Elements pane, select the Operators item.

  3. In the lower part of the Elements pane, click the Sum icon.

  4. Timjiiwwan gadaana fi olaana dandeessisuf, dabalataan sajoo Timjii Olaana fi Gadaana cuqaasi.

  5. Foddaa naqa keessatti, iddooqi jalqaba ykn malkatni ni filama, akkasumaas timjii gadaana galchu jalqabuu ni dandeessa:

    k = 0

  6. Malkata ittaanutti fooyyessuuf F4 dhiibi, akkasumas timjii olaana galchi:

    n

  7. Malkata ittaanutti fooyyessuuf F4 dhiibi, akkasumas summand galchi:

    s^k

  8. Amma foormulaan guutu dha. Foormulaa alaa gulaala foormulaa dhiisuf galmee barruu kee keessatti cuqaasi.

In the same way, you can enter an Integral formula with limits. When you click an icon from the Elements pane, the assigned text command is inserted in the input window. If you know the text commands, you can enter the commands directly in the input window.

  1. Choose Insert - OLE Object - Formula Object.

  2. Foddaa naqa keessa cuqaasun sarara armaan gadii galcha:

    int from{a} to{b} f(x)`dx

    A small gap exists between f(x) and dx, which you can also enter using the Elements pane: select the Formats item from the list on the top, then the Small Gap icon.

note

Yoo bocquu qubee f fi x hin jaallanne, Dhangii - Bocquu fili achumaan bocquu kabiroo fili. Bocquu haara akka durtiitti amma kaatani itti fayyadamuuf qabduu Durtii cuqaasa.


tip

Yoo foormulaa sarara barruu keessa barbaadde, timjiiwwan hojjaa sarara dabalu. Hojjaa sarara hirrisuuf Dhaangi - Haalata Barruu filadhatii timjiiwwan cinaa mallattoo ida'u ykn guuttee qubachiisa.


Please support us!