LibreOffice 7.1 Help
Hantuute malee LibreOffice Math to'achuu ni dandeessu.
Foormulaa galmee barruu keessatti saagu yoo barbaadde, akkasumas sirritti barreessu yoo beekta taate, akka armaan gaditti itti fufuu dandeessa:
Barruu kee keessatti foormula barreessi
Foormulaa fili
Ajaja Saagu - Wanta - Foormulaa fili.
Yoo walqunnama LibreOffice Math foormulaa gulaaluf itti fayyadamu barbaadde, Ajaja Saagu - Wanta - Foormulaa barruu filaamen ala filadhu.
Foddaa Ajaja keessatti qareen sii eega akkasumas foormula barreessu ni dandeessa.
You can compose formulas using the Elements pane. Open it with the menu View - Elements if it is not already open.
If the Elements pane is open, use F6 to switch from the Commands window to the Elements pane and back.