LibreOffice 25.2 Help
Haala entaa keessa irrayyee fi waamsisaa isaani baayyisu, ida'u fi kkf of keessatti haammatu, gatiin waliin ( tokkummaan) ta'an sadallaa keessatti waliin haammatamu qabu.
Caasima kana fayyadama:
{a + c} over 2 = m
ykn
m = {a + c} over 2