Amaloota Durtii Jijjiira Jira

Dhaangi durtii keessa LibreOffice fooyya'u ni danda'uu?

Kutaan foormulaa tokko tokkoo yeroo hundaa durtiin yabbuu ykn quberkataatti dhanga'u.

"nbold" fi "nitalic" fayyaadamuun amaloota kana haqu ni dandeessa. Fakkeenya:

a + b

nitalic a + bold b.

Foormulaa lammata keessatti, a'n quberkataa miti. b'n yabbuu dha. Mallattoo idaati toftaa kanaan jijjiiru hin dandeessu.

Please support us!