Kutaale Foormulaa Hujeekan Hiriirsa Jira

Aritii fi salphatti akkamitti LibreOffice Math keessatti arfiile hiriirsitaa?

Kana fiixan baasuf, garee duwwaa fi diraa arfii ibsuu (hiiku) qabda. Iddoo homaa hin barbaadan, garuu hojii hiriirsu keessatti odeefannoo baachun gargaaru.

Garee duwwaa uumuf, foddaa Ajaja keessatti sadallaa mamaaramaa {} galcha. Fakkeenya armaan gadii keessatti, ittigalli isaa sarara qurxaa akka mallattoo idaati tokko kabiroorra beneath gochuuf, hammamiyyuu yoo arfiin tokkolle sarara olaana keessatti galchame:

a+a+a+{} newline {}{}{}{}{}a+a+a+a

Diraa arfii duwwaa karaa salphaa barruu fi foormulaan bitaatti hiriirsaman mirkaneessu dha. Qooddu "" dachaa galagalee fayyadamuun hiikama. Qoodduu typographic galagala kammiyyuu akka hin fayyadamne mirkaneefadhu. Fakkeenya:

"Fakkeenya dabalata." sarara haara a+b sarara haara ""c-d

Please support us!