LibreOffice 25.2 Help
Tarreen furtuu qaxxaamura addaa foormulaa uuman kutaa kana keessatti hammatamaniiru.
Furtuu qaxxaamura waliigalaas LibreOffice fayyadami.
Furtuulee qaxxaamura armaan gadii ajaja baafata Gulaali fi Mul'annoo keessatti gita'a.
Dogongora Ittaanuu
Dogongora Duraanii
Malkataa Ittaanuu (iddooqa)
Malkataa Duraanii (iddooqa)
Haaromsi
Gara akaakuu ykn dalagaa ittaanuu bitaa ykn mirgatti siqsi.
Akaakuu fili (kutaa akaakuu keessatti) ykn Foddaa Ajaja keessa fankishinii saaga (kutaa fankishinii keessatti).
Akaakuu maalimaa isaa jalqabaa irraa gara akaakuu fankishinii isaa jalqabaatti utaali.
Akaakuu maalimaa isaa maayyii irraa gara akaakuu fankishinii isaa maayyiitti utaali.