LibreOffice 24.8 Help
Qaree Foormulaa banuu ykn dhaamsuf sajoo kabala Meeshaale irra fayyadami. Kutaa foormulaa foddaa Ajaja keessa bakkii qareen qubachiifamte yemmuu qareen foormulaa ka'aa ta'u handaara qalloon mallatteefama.
Qaree gara qubannoo isaa gitaa'a foddaa Ajaja keessatti siqsiisuf galmee keessa qubannoo cuqaasu ni dandeessa.
Arfii ykn Mallattoo galmee keessa lama cuqaasun xiyyeeffannoo qaree gara foddaa Ajajatti siqsiisun qubannoo isaa shoola.