Mallattoole kabiroo

Opens the Symbols dialog, in which you can select a symbol to insert in the formula.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - Symbols

Kabala Meeshaalee irra,

Icon Symbols

Symbols


Tuuta Mallattoo

Mallattoolen hundi tuuta mallattoo keessatti ijaaramaniiru. Tarre saanduqa keessa tuuta mallatto yaadame fili. Dirree armaan gadiitti gareen mallattoo gita'antu mula'atu.

Yemmu mallattoon filatame, tarree mallatto jalatti maqaan ajaja isaa ni dhufa akkasumaas fooyya'iinsi guddaatanis gara mirgaa sanduuqa keessatti dhufa. Akka as biratti agarsiisametti foddaa Ajaja keessatti barreefamu qabu.

Mallattoo saaguf, tarree keessa filii achumaan Saagu cuqaasi. Foddaa Ajaja keessatti maqaan ajaja gita'a ta'e ni dhufa.

Gulaali

Qaaqa Mallattoo Gulaalu banuuf as bira cuqaasi.

Fayyadami

Qaaqa osoo hin cufiin gatii foyyaa'e ykn filatame fayyadama.

Please support us!