LibreOffice 25.2 Help
Hiriira foormulaa sarar-heedduu akkasumas foormulaale miseensa heedduu sarara tokko keessas ibsuu ni dandeessa. Foddaa Ajaja keessatti ajaja NEWLINE galchuun foormula sarar-heeddu uumu ni dandeessa.
Gosa hiriira surdalaa foormulaa sarar-heeddutiif ifteessi.
Miseensa foormula filatame gara bitaatti hiriirsa.
Barruun yeroo hunda bitaatti hiriirfama.
Miseensota foormulaa wiirtutti qindeessa.
Miseensota foormulaa mirgatti qindeessa.
Jijjiirawwan kee akka durtiitti foormulaa haaratiif olka'uuf as bira cuqaasi. Utuu ati ol hin kaa'in dura deebi ittisa ni mula'ata.