LibreOffice 24.8 Help
Use this dialog to select the font for the respective category in the Fonts dialog.
Bocquu tarree keessa fili.
Bocquu filatte amaloota isaa wajjiin durargii isa ilaalu ni dandeessa.
Bocquu filatametti amaloota dabalata itti ramadu ni dandeessa.
Amala yabbuu bocquutti ramadu isaa sanduqaa kana mirkaneesi.
Amala quberkataa bocquutti ramadu isaa sanduqaa kana keessa mirkaneessi.