Ajajoota barreefaman
|
Symbol in Elements pane
|
Hiikkoo
|
acute
|

|
Malduu mirga gubba arfii irraani
|
bar
|

|
Kabala surdala arfii gubba
|
bold
|

|
Yabbuu
|
breve
|

|
Golboo bana gubba arfii irraani
|
check
|

|
Qinaaxxii gubbaa gara gadii
|
circle
|

|
Geengoo gubbaa arfii
|
color
|
|
Ajajni color halluu arfii ni jijjiira; Foddaa Ajaja keessatti kallattiin color galcha. Ittaansun maqa halluu (gurraacha, adii, hallataa, maagneetaa, diima, cuquliisa, magariisa, ykn keelloo). Ittaansuun arfii jijjiiramu galcha.
|
dddot
|

|
Tuqaale sadii arfii gubba
|
ddot
|

|
Tuqaale lama arfii gubba
|
dot
|

|
Tuqaa gubbaa arfii
|
grave
|

|
Malduu gadjalla mirgaa arfii irraani
|
hat
|

|
"Qinaaxxii" Arfii irraani
|
ital
|

|
Quberkataa
|
nbold
|
|
Amala yabbu haqi
|
nitalic
|
|
Amala Quberkataa haqi
|
overline
|

|
Kabala surdala arfii gubba
|
overstrike
|

|
Kabala surdala arfii keessaan
|
phantom
|

|
Arfii yaada
|
tilde
|

|
Dalduufaa arfii irra
|
underline
|

|
Kabala surdala arfii gadjalla
|
vec
|

|
Xiyya karqabee arfii irras
|
widehat
|

|
qinaaxxii bal'aa, hamamtaa arfii itti mijeessi
|
widetilde
|

|
Dalduufaa bal'aa, hamamtaa arfii itti mijeessi
|
widevec
|

|
xiyya karqabee bal'aa, hamamtaa arfii itti mijeessi
|