Gabaatee Wabii Foormulaa
Kutaan wabii kun tarreele heedduu ogeejjii, faankishinii, mallattoole fi amala dhangeessuu LibreOffice Math keessa of keessatti qaba. Ajajootni baay'een agarsiisaman sajoo foddaa Foormulaa Maalimootaa ykn baafata halqara foddaa Ajaja keessa fayyadamuun saagamu.