Amaloota

Odeefannoon dabalataa waa'ee amaloota LibreOffice Math keessa asitti argama.

Amalootni acute, bar, breve, check, circle, dot, ddot, dddot, grave, hat, tilde fi vec yeroo hunda hamamta dhaabbata qabu akkasumas yoo mallattoo dheera gubbaa ta'anis hin dheeratan ykn hun bal'atan. Durtiidhaan, amalootni wiirta'aniiru.

Amalootni dheerina mallattoo waliin guddatu overline, underline fi overstrike qofa.

Sajoo Qaxxee

Diraa arfii tokko tokkoo, sararri jalmura waliin saagame arfiitti baay'ee dhihaachu ni danda'a. Haala kanaan, gurmuun duwwaa rakkoo kana furuu ni danda'a: jalmura Q sub {} qooda jalmura Q.


Please support us!