Kasaalee fi Eksiponeenti

As biratti, odeefannoo bu'uura kasaale fi eksiponeentoota LibreOffice Math keessa argattu. Fakkeenyoota asitti ibsamaan gadfageenyaan hubaachuuf yaalu ni dandeessa. (Mallattoon waraabbii barruu kana keessa ibsuu qofaaf yaadameti akkasumas qaama fakkeenyoota miti.)

Arfiidhaaf kasaale fi eksiponeentootni gubbaa waliisan irratti agarsiifamu, arfii bu'uura gara bitatti qixeessa. Fakkeenyaaf, a_2^3 ykn a^3_2 barreessa. Kara tartiiba kamiyyu ni dandeessa. Qooda '_' fi '^', you can use 'sub' fi 'sup' fayyadamu ni dandeessa.

Haata'u malee, kana caala sarxaa kana gadii fayyadamuun hin danda'amu

a_2_3

a^2^3

a_2^3_4

Qubannoo jalarfii/irrarfii arfii bu'uura kamiyyu si'a tokko qafa fayyadamu dandeessa. Bu'a tilmaame agarsiisuuf sadallaa fayyadamu qabda. Fakkeenyotni armaan gadii kana agarsiisu

a_{2_3}

a^{2^3}

a_2^{3_4}

a_{2^3}^{4_5}

Sajoo Qaxxee

Akka gulaaltoota foormulaa kabiroo "_" fi " ^ " arfii ittaanu mul'isa ("a_24" "2" qofa mul'isa), LibreOffice Math lakkoofsa/maqoota/barruu mara mul'isa. Yoo irrarfii fi jalarfii tarree keessa galchuu barbaadde, himannoon isaa akka armaan gadiiti: a_2{}^3 or a^3{}_2


Hubannoo karqabee waliigala barreessuuf, LibreOffice Math dirqala heedduu dhiheessa. Sirnasxaatti dabalata "R_i{}^{jk}{}_l", fayyadama kabiroo keessatti baratamoo dha, Sirnasxaa dabalataas fayyadamu ni dandeessa, maqaa dhahuuf "R_i{}^jk{}_l" and "{{R_i}^jk}_l."

Arfii bu'uuratti gara mirgaa irrarfii fi jalarfiittis mirgatti qixeessu ni dandeessa. Kana gochuuf, ajajni haaran "lsub" fi "lsup" fayyadamta. Ajajootni lamaan dhiibba walfakkaata akka "sub" fi "sup" qaba, arfii bu'uura gara bitaa ta'uun gargar ta'u. Kanas "a lsub 2 lsup 3." ilaali

Seeroti waan ifaa ta'ee fi barbachisumma sadallatti fayyadamu ta'an kan bulchu ammas walfakkaata. Akka kaayootti, kun {}_2^3 a waliin fiixan ba'a.

Sajoo Yaaddannoo

Ajajni "sub" fi "sup" akka "rsub" fi "rsup" ttis ni argamu.


Ajaja "csub" fi "csup" fayyadamuun, arfii kallattiin gubba ykn jelatti irrarfii fi jalarfii barreessu ni dandeessa. Fakkeenya "a csub y csup x". Kasaale fi eksiponeentoota wlitti makuunis ni danda'ama: "abc_1^2 lsub 3 lsup 4 csub 55555 csup 66666."

Irrarfii fi jalarfiin ogeejjii tokkee fi lamee baay'etti maxxanuu danda'u. Fakkeenyota lama: "a div_2 b a<csub n b +_2 h" fi "a toward csub f b x toward csup f y."

Sajoo Ofegannoo

Foddaa Ajaja keessatti fakkeenyoota kana yemmu galchituu addaan fageenya arfii gidduu galchuus sirritti yaadadha.


Please support us!