LibreOffice 24.8 Help
Fakkeenyi sadaffaan akkaata mallattooleen kasaale wajjiin uumuf LibreOffice Math fayyadamtu armaan gaditti argama. Fakkeenya kan gabatee muraa keessatti garagalchuun foormulaa kee keessatti foddaa Ajaja keessatti fayyadamu dandeessa.
%PHI^{i_1 i_2 dotsaxis i_n}_{k_1 k_2 dotsaxis k_n}