LibreOffice 7.6 Help
Assign different set operators to the characters in your LibreOffice Math formula. The individual operators are shown in the lower section of the Elements pane. Call the context menu in the Commands window to see an identical list of the individual functions. Any operators not found in the Elements pane have to be entered directly in the Commands window. You can also directly insert other parts of the formula even if symbols already exist for them.
After selecting the Set Operations item in the Elements pane, relevant icons will be shown in the lower part of this pane. Simply click a symbol to incorporate the operator in the formula being edited in the Commands window.
.... keessatti haamatamaniiru
Tuuta ogeejjii ... keessatti haamatamaniiru iddooqa lamaa waliin saaguf sajoo kana fayyadama. Foddaa Ajajaa keessattis kallattiin <?> in <?> galchuu ni dandeessa.
.... keessatti hin haamatamne
Tuuta ogeejjii .... keessatti hin haamatamne iddooqa lamaa waliin saaguf sajoo kana fayyadama. Foddaa Ajaja keessattis <?> notin <?> galchuu ni dandeessa.
haamata
Tuuta ogeejjii haamata iddooqa lamaa waliin saaguf sajoo kana fayyadami. Foddaa Ajaja keessatti kallattiin <?> owns <?> ykn <?> ni <?> galchuu ni dandeessa.
tuuta duwwaa
Tuuta duwwaa saaguf sajoo kana fayyadama. Tuuta duwwaa galmee kee keessatti saaguf foddaa Ajaja keessatti emptyset galcha.
Walkipha
Tuuta ogeejjii tuutota walkipha iddooqa lama waliin saaguf sajoo kana fayyadami . Yoo foddaa Ajaja keessatti <?> walkipha <?> galchitee waan walfakkaatatu ta'a.
Tokkummaa
Tuuta ogeejjii tokkumma iddooqa lama waliin saaguf sajoo kana fayyadami. Foddaa Ajaja keessattis kallattiin <?> tokkumma <?> galchuu ni dandeessa.
Garagarummaa
Tuuta ogeejjii garagarummaa saaguf sajoo kana fayyadami. Foddaa Ajaja keessattis <?> setminus <?> ykn <?> bslash <?> galchu ni dandeessa.
Tuuta qooddee
Haxaaroo tuuta qooddee uuman iddooqa lama waliin saaguf sajoo kana fayyadami. Foddaa Ajaja keessatti <?>haxaaroo<?> galchi, bu'aa walfakkaata argatta.
aleph
Lakkoofsa baayyina ibsani saaguf sajoo kana fayyadama. Foddaa Ajaja keessatti aleph galchuun bu'a walfakkaata argatta.
Cita tuuta
Sajoo kana fayyadami tuuta ogeejjii cita tuuta saagi. Foddaa Ajaja keessattis kallattiin <?>subset<?> galchuu ni dandeessa.
Cita tuuta ykn walqixa
Sajoo kana fayyadamii tuuta ogeejjii cita tuuta ykn walqixa iddooqa lama waliin saagi. Foddaa Ajaja keessattis <?>subseteq<?> galchuu ni dandeessa.
Tuuta Guddaa
Tuuta ogeejjii tuuta guddaa fi iddooqa lama saguuf sajoo kana fayyadama. Foddaa Ajaja keessattis <?>supset<?> galchuu ni dandeessa.
Tuuta Guddaa ykn walqixa
Sajoo kana fayyadamuun tuuta ogeejjii tuuta guddaa ykn walqixaa iddooqa lama waliin saagi. Akka filannootti, foddaa Ajaja keessatti <?>supseteq<?> galchu ni dandeessa.
cita tuuta miti
Sajoo kana fayyadamuun tuuta ogeejjii cita tuuta miti iddooqa lama waliin saagi. Bakka kanaa, <?>nsubset<?> galchu ni dandeessa.
cita tuuta ykn walqixa miti
Sajoo kana fayyadamuun tuuta ogeejjii cita tuuta ykn walqixa miti iddooqa lama waliin saagu ni dandeessa. Foddaa Ajaja keesssattis <?>nsubseteq<?> galchuu ni dandeesssa.
tuuta guddaa miti
Sajoo kana fayyadamii tuuta ogeejjii tuuta guddaa miti iddooqa lama waliin saagi. Foddaa Ajaja keessattis <?>nsupset<?> galchuu ni dandeessa.
tuuta guddaa ykn walqixa miti
Sajoo kana fayyadami tuuta ogeejjii tuuta guddaa ykn walqixa miti iddooqa lama waliin saagi. Bakka isa kana foddaa Ajaja keessatti <?>nsupseteq<?> barreessu ni dandeessa.
Tuuta lakkoofsa uumama
Arfii tuuta lakkoofsa uumama tiif saaguf sajoo kana fayyadami. Bakka kanaa, foddaa Ajaja keessatti setn galchuu dandeessa.
Tuuta lakkoofsota hunda
Sajoo kana fayyadamii tuuta lakkoofsota hunda tiif arfii saagi. Foddaa Ajaja keessattis setz galchuu ni dandeessa.
Tuuta lakkoofsa rashinaali
Sajoo kana fayyadamii tuuta lakkoofsa rashinaalitiif arfii saagi. Foddaa Ajaja keessatti kallattiin setq galchuu ni dandeessa.
Tuuta lakkoofsa dhugaa
Sajoo kana fayyadamii arfii tuuta lakkoofsa dhugaa tiif saagi. Bakka kanaa, foddaa Ajaja keessatti setr galchuu ni dandeessa.
Tuuta lakkoofsa xaxa
Sajoo kana fayyadamii tuuta lakkoofsa xaxatiif arfii saagi. Foddaa Ajaja keessattis setc galchu ni dandeessa.
Yeroo foddaa Ajaja keessatti hujeekan gatiile fi ajajoota galchituu gidduu isaani iddoolee (addaan fageenya) dhiisu mirkaneefadhu. Kun caasaa sirri akka argame nuu mirkaneessa.