LibreOffice 7.6 Help
You can choose among various options for formatting a LibreOffice Math formula. The format options are displayed in the lower part of the Elements pane. These options are also listed in the context menu of the Commands window.
The following is a complete list of all available formatting options in LibreOffice Math. The icon next to the formatting option indicates that it can be accessed through the Elements pane (menu View - Elements) or through the context menu of the Commands window.
Qubeen "a" iddooqa foormulaa kee keessaa atii dhangeessuu dhaahamutti itti ramaduu barbaaddu agarsiisa. Arfii kana arfii biroo kamiyyuu feetef bakka buusu ni dandeessa.
Bitaa irrarfii
Iddooqa gara bitatti irrarfii saagi. Dabalataan <?>lsup{<?>} foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Irrarfii irra
Irrarfii kallattiin iddooqaa ol jiru saagi. Dabalataan <?>csup<?> kallattiin foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Mirgaa irrarfii
Iddooqa gara mirgatti irrarfii saagi. Dabalataan <?>^{<?>} kallattiin foddaa Ajajoota keessatti barreessuu, ykn rsup ykn sup gargaaramu ni dandeessa.
Tartiiba sarjaani (miseensolii 2)
Iddooqa lamaa waliin tartiiba sarjaani (binomial) saagi. Dabalataan binom<?><?> kallattiin foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Sarara haaraa
Galmee kee keessatti sarara haaraa saagi. Kallattiin foddaa Ajaja keessattis newline barreessu ni dandeessa.
Bitaa jalarfii
Iddooqa gara bitatti jalarfii saagi. Dabalataan <?>lsub{<?>} foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Jala jalarfii
Kallattiin iddooqa jalaa jalarfii saagi. Dabalataan kallattiin <?>csub<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Mirgaa jalarfii
Mirgaa iddooqatti jalarfii saaga. Dabalataan <?>_{<?>} foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa, mursaa jalarfii rsub ykn sub bakka buusu ni dandeessa.
Tartiiba sarjaani (miseensolii 3s)
Iddooqa sadii waliin tartiiba sarjaa saaga. Dabalataan stack {<?>#<?>#<?>} foddaa Ajajoota keesssatti barreessuu ni dandeessa.
Addaan fageenya xiqqaa
Iddooqa fi miseensa itti aanuu giddutti addan fageenya xiqqaa saaga. Foddaa Ajaja keessatti kallattiin ` barreessu ni dandeessa. Bitaa ykn mirgaa mallatto, jijjiiramaa, lakkoofsa ykn ajaja xumurametti ajajni mul’achu qaba.
Bitatti hiriirsuu
Sajoon kun hiriira bita "a" tti ramada akkasumas iddooqa saaga. Dabalataan alignl<?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeessa.
Wiirtu surdalatti hiriirsuu
Hiriira wiirtu surdala "a" tti ramada akkasumas iddooqa saaga. Dabalataan alignc<?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeessa.
Mirgatti hiriirsuu
Ajaja hiriira mirgaa fi iddooqa saaga. Dabalataan alignr<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Tartiiba tarreentaa
Sajoon kun tarreentaa iddooqa afur waliin saaga. Dabalataan matrix{<?>#<?>##<?>#<?>} foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeesssa. Miseensi safaka kana keessaa qubannoon isaani qindeessaa lamaan eerama; inni jalqabaa lakkoofsa dalgaa fi inni lammata immoo lakkoofsa tarjaa ifteessa. Arfii ida'uun tarreenta kana kallattii kamiiniyyuu foddaa Ajajoota keessa baldhisuu ni dandeessa.
Addaan fageenya
Sajoon kun addaan fageenya ykn iddoo iddooqa giddutti saaga. Foddaa Ajaja keessattis kallattiin ~ barreessu ni dandeessa. Mirga ykn bitaa mallaattoo, jijjiiramaa, lakkoofsa ykn ajaja xumurametti ajajni mul'achuu qaba.
Hiriiraaf, ajajootni alignl, alignc fi alignr keessumattu ni fulla'aa, yoo atii
lakkoofsota fi jaloo hiriirsa jiraatte, fakkeenyaaf {alignl a}over{b+c}
binomials ykn tartiiba ijaara jiraatta, fakkeenyaaf binom{2*n}{alignr k}
miseensa tarreentaa hiriirsa jiraatte, fakkeenyaaf matrix{alignr a#b+2##c+1/3#alignl d} fi
sarara haara jalqaba jiraatte, fakkeenyaaf a+b-c newline alignr x/y
Yemmu ajaja hiriira fayyadamtu,
jalqaba himannoo qofa akka qubatani fi si'a tokko qofa akka argamu(uumamu) yaadadha. Kanaafu a+b alignr c barreessu ni dandeessa, garu a+alignr b hin ta'u
wal dhiibbessuu, kana jechuun immoo {alignl{alignr a}}irratti{b+c} barreessuun a mirgaarra hiriirsa.
matrix{
alignr sin^2 x + cos^2 x#{}={}#alignl 1 ##
alignr cos^2 x #{}={} #alignl 1 - sin^2 x
}
Yoo sararri ykn himannoon barruun eegale, durtiin bitaarra hiriifamu. Kana ajaja hiriirsu kamiiniyyu jijjiru ni dandeessa. Fakkeenya stack{a+b-c*d#alignr "text"}, yeroo "barruu"n gara mirgaatti hiriirfame mul'atu. Yeroo hunda barruun mallattoo waraabbiitiin marfamu akka qaban yaadadha.
The standard centralized formulas can be aligned to the left without using the Format - Align menu. To do this, place an empty character string, that is, the inverted commas which surround any text "", before the section of formula that you want to align. For example, typing "" a+b newline "" c+d results in both equations being left-aligned instead of centered.
Yemmuu foddaa Ajaja keessatti odeefannoo barreessinuu, Dhangiin tokko tokkoo caasa sirrii iddoo akka barbaadan yaadadhu. Kun keessumayyuu kan dhugoomu yemmuu bakka iddooqa gatii (fakkeenyaaf, a lsup{3}) galchituu dha.
Brackets and Grouping odeefannoo dabalataa waa'ee dhangeessuu LibreOffice Math keessattiif cuqaasi.
Odeeffannoo faayidaqabeessa ta'anii waa'een Kasaalee fi Eksiponeentii and Safaruu, galmee kee kara gaari salphaa ta'een akka ati qindeessitu si gargaara.