LibreOffice 25.2 Help
You can choose from various attributes for LibreOffice Math formulas. Some attributes are displayed in the lower part of the Elements pane. These attributes are also listed in the context menu of the Commands window. All attributes not contained in the Elements pane or in the context menu must be typed manually in the Commands window.
The following is a complete list of all attributes available in LibreOffice Math. The symbol next to the attribute indicates that it can be accessed through the Elements pane (choose View - Elements) or through the context menu of the Commands window.
Amala faankishinii kana gadii ibsuu keessattii, qubeen "a" sajoo keessaa iddooqa atii amala dhaahamutti itti ramaduu barbaaddu agarsiisa. Arfii kana arfii biroo filattee kamiiniyyuu bakka buusu ni dandeessa.
Acute accent
Malduu mirgaa iddooqa waliin saagi. Dabalataan acute <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Grave accent
Iddooqa waliin malduu bitaa (bitaa) saagi. Dabalataan grave <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Reverse Circumflex
Iddooqa waliin hoxxee faallaa ("mallattoo filannoo") irra jiru saagi. Dabalataan check <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Breve
Malduu olgaraa iddooqa waliin saagi. Dabalataan breve <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Circle
Iddooqa geengoon irraa jiru saagi. Dabalataan circle <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Vector arrow
Xiyya karqabee waliin iddooqa saagi. Dabalataan vec <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Harpoon arrow
Insert a placeholder with a harpoon arrow. You can also type harpoon <?> in the Commands window.
Tilde
Dalduufaa waliin iddooqa saagi. Dabalataan tilde <?> foddaa Ajajoota keessattis barreessuu ni dandeessa.
Circumflex
Hoxxee ("hat") waliin iddooqa saagi. Foddaa Ajaja keessatti kallattiin hat <?> galchuu ni dandeessa.
Line above (bar)
Iddooqa sarara ("kabala") irraani saagi . Dabalataan bar <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Dot
Iddooqa tuqaa irraa waliin saagi. dabalataan dot <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Wide vector arrow
Iddooqa waliin xiyya karqabee balla'a saagi. Foddaa Ajaja keessattis widevec barreessu ni dandeessa.
Wide harpoon arrow
Inserts a wide harpoon arrow with a placeholder. You can also type wideharpoon in the Commands window.
Wide tilde
Iddooqa waliin dalduufaas balla'a saagi. Foddaa Ajaja keessattis kallattiin widetilde barreessu ni dandeessa.
Wide circumflex
Iddooqa waliin hoxxee ("hat") balla'a saagi. Foddaa Ajaja keessatti widehat barreessu ni dandeessa.
Double dot
Iddooqa tuqaan lama irra jiru saagi. ddot <?>foddaa Ajajoota keessatti kallattiin galchuu ni dandeessa.
Line over
Inserts a line over a placeholder. You can also type overline <?> in the Commands window. The line adjusts itself to correct length.
Line below
Iddooqa sarara jalaa saagi. Dabalataan underline <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Line through (overstrike)
Iddooqa sarara hulluqa (ykn sarirraa) waliini saagi. Dabalataan overstrike <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Triple dot
Iddooqa irra tuqaale sadii saagi. dddot <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Transparent
Arfii iftoomaaf iddooqa saagi. Arfiin kun iddoo "a" fudhata garuu hin agarsiisu. Dabalataan phantom <?>foddaa Ajajoota keesstti barreessuu ni dandeessa.
Bold font
Iddooqa dhangessu yabbuu waliin saagi. Dabalataan bold <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Italic font
Iddooqa dhangessu mirgadaa waliin saagi. Dabalataan ital <?> ykn italic <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Resize
Hamamtaa bocquu fooyyessuuf ajaja iddooqa lamaan saagi. Iddooqi inni jalqabaa hamamtaa bocquu agarsiisa (fakkeenyaaf, 12) fi inni lammata barreefama qabateera. Caasaa sirridhaaf, gatiilee gidduu iddoo saagi. Dabalataan size <?> <?> kallattiin foddaa Ajajoota keessatti galchuu ni dandeessa.
Change font
Gosa bocquu jijjiruuf ajaja iddooqa lamaan saagi. Iddooqa isa jalqabaa maqaa tokkoo bocquu maamiloo keessa, Serif, Sans ykn Fixed bakka buusi. Iddooqa isa lamaffaa barreefamaan bakka buusi. Dabalataan font <?> <?> kallattiin foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Halluu foormulaa keetii jijjiruuf ajaja halluu fayyadami. halluu barreessi, ittaansuun maqaa halluu (halluuleen jiran adii, gurraacha, hallataa, maagneetaa, diima, cuquliisa, magariisa and keelloos) barreessi, ittaansuun foormulaa, arfii ykn tarree arfii barreessi. Naqaan halluu magariisa hagamta 20 a qubee "a" magariisa bocquu hagamta 20 buusissas.
Ajajni nbold fi nitalic bocquu yabbuu ykn bocquu durtii mirgadaa qaamota foormula haqa. Fakkeenyaaf, foormulaa 5 x + 3=28 keessaa mirgada x irraa haquuf fuuldura x tti nitalic barreessi akka 5 nitalic x + 3=28 keessatti.
amalootni kun "acute", "bar", "breve", "check", "circle", "dot", "ddot", "dddot", "grave", "hat", "tilde" fi "vec" hagamta dhaabataa qabu. Yemmu mallattoo dheera gubba qubachiisamani yabbinni fi dheerinni isaani hin mijeefamu.
Jijjirraa hamamtaaf size n, +n, -n, *n fi /n fayyadamu ni dandeessa, n iddooqa dha. Tooftaan kun kan fayyaduu yemmuu hamamtaan buu'ura foormulaa jijjirratti saaxilamu dha. Ajajni size +n fi size -n hamamtaa tiqaa jijjira, size *n fi size /n immoo hamamtaa dhibbeentaan jijjira. Fakkeenyaaf, ajajni size *1.17 hamamtaa arfii sirrumaan 17% dabala.
Caasaa sirriif galiinsi tokko tokkoo iddoo barbaadu. Kun keessumayyuu kan dhugoomu yoo atii amaloota iddooqarra gatii dhaabbataatiin ifteessiteedha.
For more information about formatting in LibreOffice Math, see Brackets and Grouping.
Odeefannoon amaloota, kaasalee fi eksiponeentii, fi madaaluu irraa shaffisaan galmee kee caasessuuf sii gargaara.