LibreOffice 25.2 Help
Choose a function in the lower part of the Elements pane. These functions are also listed in the context menu of the Commands window. Any functions not contained in the Elements pane need to be typed manually in the Commands window.
The following is a list of all functions that appear in the Elements pane. The icon next to the function indicates that it can be accessed through the Elements pane (menu View - Elements) or through the context menu of the Commands window.
Fankishinii Eksiponeenshaalii Uumama
Fankishinii eksiponeenshaalii uumama saagi. Dabalataan func e^<?> kallattiin foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Logaarizimii Uumama
Iddooqa tokkoo waliin logaarizimii uumama (beezi e) saagi. Dabalataan ln(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Fankishinii Eksiponeenshaalii
Iddooqa tokkoo waliin fankishinii eksiponeenshaalii saagi. Dabalataan exp(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Logaarizimii
Iddooqa tokkoo waliin logaarizimii baramoo (beezi 10) saagi. Dabalataan log(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Paaworii
Paaworii y irra x saagi. Dabalataan <?>^{<?>} foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa. Arfii kan ^ kanaan rsup ykn sup bakka buusuu ni dandeessa.
Saayinii
Iddooqa tokkoo waliin faankishinii saayinii saagi. Dabalataan sin(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Koosaayinii
Iddooqa tokkoo waliin faankishinii koosaayinii saagi. Dabalataan cos(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Taanjantii
Iddooqa tokkoo waliin faankishinii taanjantii saagi. Dabalataan tan<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Kootaanjantii
Iddooqaa waliin mallattoo kootaanjantii saagi. Dabalataan cot(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barressuu ni dandeessa.
Saayinii Haayiparboolikii
Iddooqa tokkoo waliin saayinii haayiparboolikii saagi. Dabalataan sinh(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barressuu ni dandeessa.
Iskuweer Ruuttii
Iddooqa tokkoo waliin mallattoo iskuweer ruuttii saagi. Dabalataan sqrt(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Kosaayinii Haayiparboolikii
Iddooqa tokkoo waliin mallattoo kosaayinii haayiparboolikii saagi. Dabalataan cosh(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Taanjantii Haayiparboolikii
Iddooqa tokkoo waliin mallattoo taanjantii haayiparboolikii saagi. Dabalataan tanh(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Kootaanjantii Haayiparboolikii
Iddooqa tokkoo waliin mallattoo kootaanjantii haayiparboolikii saagi. Dabalataan coth(<?>) foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeessa.
Ruuttii nffaa
Iddooqa lamaa waliin faankishinii ruuttii nffaa saagi. Foddaa Ajaja keessattis nroot n x barreessu ni dandeessa.
Golboyyaa Saayinii
Iddooqa tokkoo waliin faankishinii golboyyaa saayinii saagi. Dabalataan arcsin(<?>) foddaa Ajajoota keessattis barreessuu ni dandeessa.
Golboyyaa Koosaayinii
Iddooqa tokkoo waliin mallattoo golboyyaa koosaayinii saagi. Dabalataan arccos(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Golboyyaa Taanjantii
Iddooqa tokkoo waliin faankishinii golboyyaa taanjantii saagi. Dabalataan arctan(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Golboyyaa Kootaanjantii
Iddooqa tokkoo waliin faankishinii golboyyaa kootaanjantii saagi. Dabalataan arccot(<?>) kallattiin foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Gatii of Danda'aa
Iddooqa tokkoo waliin mallattoo gatii of danda'aasaagi. Dabalataan abs(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Saayinii Haayiparboolikii Bal'inaa
Iddooqa tokkoo waliin faankishinii saayinii haayiparboolikii bal'inaa saagi. Dabalataan arsinh(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Koosaayinii Haayiparboolikii Naannoo
Iddooqa tokkoo waliin faankishinii koosaayinii naannoo saagi. Dabalataan arcosh(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Taanjantii Haayiparboolikii Bal'inaa
Iddooqa tokkoo waliin faankishinii taanjantii haayiparboolikii bal'inaa saagi. Dabalataan artanh(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Kootaanjantii Haayiparboolikii Bal'inaa
Iddooqa tokkoo waliin faankishinii kootaanjantii haayiparboolikii bal'inaa saagi. Dabalataan arcoth(<?>) foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Faakitooriyaali
Iddooqa tokkoo waliin mallattoo faakitooriyaali saagi. Dabalataan fact <?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeessa.
You can also assign an index or an exponent to a function. For example, typing sin^2x results in a function "sine to the power of 2x".
Yemmuu faankishinii hujeekaan foddaa ajaja keessatti barreesinuu, iddoo faankishinii tokko tokkoo barbaadani yaadadha (fakkeenyaafs, abs 5=5 ; abs -3=3).