Ogeejjiilee

You can choose among various operators to structure your LibreOffice Math formula. All available operators appear in the lower part of the Elements pane. They are also listed in the context menu of the Commands window. All operators not contained in the Elements pane or in the context menu must be typed manually in the Commands window.

Ajaja kana bira gahuuf...

Foddaa Ajajoota keessaa baafata halqara baniitii, Ogeejjiifiladhu

Choose View - Elements; then on the Elements pane select Operators from the listbox.


The following is a list of the available operators. An icon next to the operator name indicates that it can be accessed through the Elements pane (choose View - Elements) or through the context menu of the Commands window.

Dalagaalee Ogeejjii

Limit Icon

Timijii

Iddooqa tokkoo waliin mallatto timijii saaga. Dabalataan lim <?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin galchuu ni dandeessa

Summation Icon

Idaatii

Iddooqa tokkoo waliin mallatto ida'u saagi. Dabalataan sum <?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin galchuu ni dandeessa.

Product Icon

Baay'isuu

Iddooqa tokkoo waliin mallattoo baayyisuu saagi. Dabalataan prod <?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeessa.

Coproduct Icon

Waliin baay'isu

Iddooqa tokkoo waliin mallattoo waliin baayyisuu saagi. Dabalataan coprod <?> kallattiin foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Upper and Lower Limit Icon

Timijii Olaana fi Gadaana

Iddooqa tokkoo waliin hima hangii timijii olaana fi gadaana intiigiratii fi idaatii saagi. Dabalataan from{<?>} to{<?>} <?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeessa. Himni timijii ogeejjii qajeelaa waliin makamu qabu. Arfiin idaatii irraa/jalaan timijiin wiirta'a.

Integral Icon

Guuttee

Iddooqa tokkoo waliin mallattoo guuttee saagi. Dabalataan int <?> kallattiin foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Double Integral Icon

Guuttee dacha

Iddooqa tokkoo waliin mallatto guuttee dacha saagi. Dabalataan iint <?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeessa.

Triple Integral Icon

Guuttee Sadee

Iddooqa tokkoo waliin mallatto guuttee sadee saagi. Dabalataan iiint <?>kallattiin foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Lower Limit Icon

Timijii Gadaana

Iddooqa waliin daangaa jalaa hima hangii guuttee fi idaatii saagi. Dabalataan from {<?>}<?> kallattiin foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Curve Integral Icon

Guuttee Golboo

Iddooqa tokkoo waliin mallattoo guuttee golboo saagi. Dabalataan lint <?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeessa.

Double Curve Integral Icon

Guuttee golboo dacha

Iddooqa tokkoo waliin mallattoo guuttee golboo dacha saagi. Dabalataan llint <?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeessa.

Triple Curve Integral Icon

Guuttee golboo sadee

Iddooqa tokkoo waliin mallattoo guuttee golboo sadee saagi. Dabalataan lllint <?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandessa.

Upper Limit Icon

Timijii Olaana

Iddooqa waliin hima hangii daangaa olaana guuttee fi idaatii saaguun dabaltee to <?><?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeessa. Himni daangaa kan gargaaramnuu yoo ogeejjii qajeela waliin makamani qofa dha.

Sajoo Qaxxee

Timijii ogeejjiitti dabaluu ni dandeessa (fakkeenyaf, guuttee) jalqa ogeejjii yaadame cuqaasuun ittaansuun mallattoo timijii cuqaasuuni. Tooftaan kun kallattiin ajajaa barreessu caala ariifata.


Ajajni liminf kun timijii gad galoo iddooqa tokkoon saaga.

Ajajni limsup kun timijii olhaana iddooqa tokkoon saaga.

By typing oper in the Commands window, you can insert user-defined operators in LibreOffice Math, a feature useful for incorporating special characters into a formula. An example is oper %theta x. Using the oper command, you can also insert characters not in the default LibreOffice character set. oper can also be used in connection with limits; for example, oper %union from {i=1} to n x_{i}. In this example, the union symbol is indicated by the name union. However, this is not one of the predefined symbols. To define it, choose Tools - Symbols. select Special as the symbol set in the dialog that appears, then click the Edit button. In the next dialog, select Special as the symbol set again. Enter a meaningful name in the Symbol text box, for example, "union" and then click the union symbol in the set of symbols. Click Add and then OK. Click Close to close the Symbols dialog. You are now finished and can type the union symbol in the Commands window, by entering oper %union.

Sajoo Qaxxee

Timijiini kara wiirta'aa irra/jalaa ogeejjiidhaan ala qinda'uu ni danda'u. Kasaa irrarfii fi jalarfiitti waliin hojjechuun dirqalee LibreOffice Math dhaan laataman fayyadama. Fakkeenyaaf, timijii gara mirgaa mallattoo idaatitti qindeessuf foddaa ajaja keessatti sum_a^b c barreessi. Yoo timijiin kee marri himannoo dheera of keessa qaba ta'ee, sadallaa garee keessa ka'uu qabda, fakkeenyaaf, sum_{i=1}^{2*n} b. Yemmuu foormulaan fooyya'oota moofa irra alaagamee kun ofumaan dalagama. Addaan fageenya arfii giddu jiru jijjiruuf Dhangii - Addan fageenya - Akaakuu - Kasaalee fili ykn Dhangii - Addan fageenya - Akaakuu - timijii. Odeefannoo bu'uura dabalata waa,e kaasalee bakka biraa Gargaarsa keessatti kennamaniirussss.


Sajoo Ofegannoo

Yemmuu foddaa jajaa keessatti odeefannoo hujeekan barreesinuu caasaa sirri lakkoofsa ogeejjii iddoo barbaachisuu yaadadha. Kun kan dhugoomu yoo ogeejjiin kee iddooqarra gatiin sooramani dha, fakkeenyaaf, lim a_{n}=a.


Please support us!