LibreOffice 25.2 Help
You can choose among various relations to structure your LibreOffice Math formula. The relation functions are displayed in the lower part of the Elements pane. The list is also in the context menu of the Commands window. All relations that are not contained in the Elements pane or in the context menu can be typed manually in the Commands window.
The following is a complete list of the relations. The symbol next to the name of the relation indicates that it can be accessed through the Elements pane (choose View - Elements) or through the context menu of the Commands window.
walqixa dha
Iddooqa lamaa waliin mallattoo walqixaa (=) saagi. Dabalataan <?> = <?> foddaa Ajajoota keessatti kallattiin barreessuu ni dandeessa.
wal qixa mitii
Sajoon yookaan ajajni neq kun iddooqa lamaa waliin hima walcaalma saagi. Dabalataan <?> neq <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandessa.
... walfakkaataa
Iddooqa lamaa waliin arfii hariiroo walfakkaataa (roggita) saagi. Dabalataan <?> equiv <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
... ortoogonaali dha
Iddooqa lamaa waliin arfii hariiroo ortoogonaalii (kofa sirri) saagi. Dabalataan <?> ortho <?>foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
Qoodiile
Arfii qoodiile saagi. Dabalataan <?> qoodiile <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
hin qoodamu
Sajoon kun arfii hin qoodamu saagi. Dabalataan <?>ndivides<?> foddaa Ajajoota keesssatti barreessuu ni dandeessa.
irra xiqqaa
Hariiroo irraa xiqqaa saagi. Dabalataan <?>lt<?> ykn <?> < <?> foddaa Ajajoota keesssatti barreessuu ni dandeessa.
irra guddaa
Hariiroo irra guddaa saagi. Dabalataan <?> gt <?> ykn <?> > <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
walqixatti Dhiihaat
Iddooqa lamaa waliin hariiroo walqixatti Dhiihaat saagi. Dabalataan <?> approx <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
... walmaddii dha
Iddooqa lamaa waliin hariiroo walmaddii saagi. Dabalataan <?>parallel<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
irra xiqqaa yookaan walqixa (duufa'e)
Iddooqa lamaa waliin hariiroo irra xiqqaa yookaan walqixa saagi. Dabalataan <?> leslant <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessu ni dandeessa.
irra guddaa yookaan walqixa (duufa'e)
Iddooqa lamaa waliin hariiroo irra guddaa ykn walqixa saagi. Dabalataan <?>geslant<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
walffakaata ykn walqixa
Iddooqa lamaa waliin hariiroo walffakaata ykn walqixa saagi. Dabalataan <?>simeq<?> foddaa Ajajoota keessatti barressuu ni dandeessa.
... gitaa'aa dha
Iddooqa lamaa waliin hariiroo gitaa'aa walii saagi. Dabalataan <?> prop <?>foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
irra xiqqa ykn walqixa
Iddooqa lamaa waliin hariiroo irra xiqqa ykn walqixa saagi. Dabalataan <?> le <?> ykn <?> <= <?> foddaa Ajajoota keessatti barressuu ni dandeessa.
irra gudda ykn walqixa dha
Iddooqa lamaa waliin hariiroo irra gudda ykn walqixa dha saagi. Dabalataan <?> ge <?> ykn <?> >= <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
walfakkaata dha
Sajoon kun hariiroo walfakkaataa iddooqa lamalamaa waliin saaga. Dabaltaan <?>sim<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
gara
Iddooqa lamaa waliin gara mallatto hariirootti saagi. Dabalataan <?> toward <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.
xiyya lama bitatti akeekan
Yaayaa hariiroo xiyya kabala lamaa gara bitaa akeekansaaga. Fodda Ajaja keessattis dlarrow barreessuu ni dandeessa.
xiyya lama bita fi mirgatti akeekan
Yaayaa hariiroo xiyya kabala lamaa gara bitaa fi mirgatti akeekan ogeejjii lamaa waliin saaga. Fodda Ajaja keessattis dlrarrow barreessuu ni dandeessa..
xiyya lama mirgatti akeekan
Iddooqa lamaa waliin yaayaa ogeejjii xiyya kabala lamaa gara mirgaa akeekan saaga. Fodda Ajaja keessattis drarrow barreessuu ni dandeessa.
precedes
Iddooqa lamaa waliin yaayaa ogeejjii xiyya kabala lamaa gara mirgaa akeekan saaga. Fodda Ajaja keessattis drarrow barreessuu ni dandeessa.
succeeds
Iddooqa lamaa waliin agarsistuu walitti fiddu saaga. Fodda Ajaja kessattis circ barreessu ni dandeessa.
not precedes
Iddooqa lamaa waliin yaayaa ogeejjii xiyya kabala lamaa gara mirgaa akeekan saaga. Fodda Ajaja keessattis drarrow barreessuu ni dandeessa.
not succeeds
Iddooqa lamaa waliin yaayaa ogeejjii xiyya kabala lamaa gara mirgaa akeekan saaga. Fodda Ajaja keessattis drarrow barreessuu ni dandeessa.
Cita tuuta ykn walqixa

Iddooqa lamaan hariiroo daran irra guddaa uumuuf, <?> gg <?> ykn >> foddaa Ajajoota keessatti barreessi.
ll ykn << foddaa Ajajoota keessatti Hariiroo daran irra xiqqaa foormulaa keessatti saaguuf barreessi.
Hariiroon akkasitti hiikama iddooqa lamaa waliin <?>def<?>barreessuni saagamu.
Arfii walgittaa tiin fakkii iddooqa lamaa waliin <?> transl <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuun saagi.
Ajajni <?>transr<?> kun arfii wagittaa xabboo...dhaan iddooqa lamaa waliin saaga.
Yeroo foddaa Ajaja tiin odeefannoo hujeekaan galchiinu, caasaa sirri lakkoofsa ogeejjii iddoo barbaachisuu yaadadha. Kun keessumattu kan dhugoomu yoo atii iddooqarra gatiitti hojjeecha jiraatte dha. Fakkeenyaaf, hariiroo "tilmaaman irra caala" , 10 gg 1 ykn a gg bbarreessi.