Ogeejjii Tokkee/Lamee

You can choose various unary and binary operators to build your LibreOffice Math formula. Unary refers to operators that affect one placeholder. Binary refers to operators that connect two placeholders. The lower area of the Elements pane displays the individual operators. The context menu of the Commands window also contains a list of these operators, as well as additional operators. If you need an operator that is not contained in the Elements pane, use the context menu or type it directly in the Commands window.

Ajaja kana bira gahuuf...

Foddaa Ajajootaa keessaa baafata halqara bani - Ogeejjiiwwan Tokkee/Lamee

Choose View - Elements; then on the Elements pane select Unary/Binary Operators from the listbox.


The following is a complete list of the unary and binary operators. The symbol next to the operator indicates that it can be accessed through the Elements pane (choose View - Elements) or through the context menu of the Commands window.

Ogeejjii Tokkee fi Lamee

Plus Icon

Ida'u

Iddooqa tokko waliin ida'uu saagi. Dabalataan + <?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Minus Icon

Hir'isuu

Iddooqa tokko waliin hir'suu saagi. Dabalataan -<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Plus/Minus Icon

Ida'uu/Hir'isuu

Iddooqa tokko waliin ida'u/hir`isuu saagi. Dabalataan +-<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Minus/Plus Icon

Hir'isuu/Ida'uu

Iddooqa tokko waliin hir'isuu/ida'uu saaga. Dabalataan -+<?> foddaa Ajajoota keessaatti barreessuu ni dandeessa.

Addition (plus) Icon

Ida'achu (idaatii)

Iddooqa lamaan waliim idaatii saagi. Foddaa ajajaa keessattiis <?>+<?> barreessu ni dandeessa.

Multiplication (dot) Icon

Baay'isuu (tuqaa)

Iddooqa lamaa waliin ogeejjii tuqaa saaga. Dabalataan <?>cdot<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Multiplication (x) Icon

Baay'isuu (x)

Iddooqa lamaa waliin 'x' baay'isuu saagi. Dabalataan <?>si'a<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Multiplication (*) Icon

Baay'isuu (*)

Iddooqa lamaa walii urjoo baay'isuu saagi. <?>*<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Subtraction Icon

Hir'isuu

Iddooqa lamaa waliin agarsiistu hir'isuu saagi. Dabalataan <?>-<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Division (Fraction) Icon

Qooddii (entaa)

Iddooqa lamaa waliin entaa saagi. Dabalataan <?>irratti<?> foddaa Ajajoota keessaatti barreessuu ni dandeessa.

Division Icon

Qooddii

Iddooqa lamaa waliin agarsistu hir'isuu saagi. Dabalataan <?>div<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Division (Slash) Icon

Qooddii (haxaaroo)

Iddooqa lamaa waliin haxaaroo '/' saagi. Dabalataan <?>/<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessu ni dandessa.

Boolean NOT Icon

Buuliyaanii NOT

Iddooqa tokko waliin Buuliyaanii NOT saagi. Dabalataan neg<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Boolean AND Icon

Buuliyaanii AND

Iddooqa lamaa waliin Buuliyaanii AND saaga. Dabalataan <?>and<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Boolean OR Icon

Buuliyaanii OR

Idooqa lamaa waliin Buuliyaanii OR saaga. Dabalataan <?>or<?> foddaa Ajajoota keessatti barreessuu ni dandeessa.

Concatenate Icon

Walitti Fidi

Iddooqa lamaa waliin agarsistuu walitti fiddu saaga. Fodda Ajaja kessattis circ barreessu ni dandeessa.

You can also insert user-defined unary operators by typing uoper in the Commands window, followed by the syntax for the character. This function is useful for incorporating special characters into a formula. For example, the command uoper %theta x produces a small Greek letter theta (a component of the LibreOffice Math character set). You can also insert characters not in the LibreOffice character set by choosing Tools - Symbols - Edit.

You can also insert user-defined binary commands by typing boper into the Commands window. For example, the command y boper %theta x produces the small Greek letter theta preceded by a y and followed by an x. You can also insert characters not in the LibreOffice character set by choosing Tools - Symbols - Edit.

Ajaja <?>oplus<?> kana foddaa Ajaja keessatti barreessuun, galmeekee keessa ogeejjii idaatii geenga'e saagda.

<?>ominus<?> foddaa Ajajoota keessatti Ogeejjii hir'isuu geenga'e saaguuf barreessi.

<?>odot<?> foddaa Ajajoota keessatti Ogeejjii tuqaa geenga'e saaguuf barreessi.

<?>odivide<?> foddaa Ajajoota keessatti Ogeejjii qooddii geenga'e saaguuf barreessi.

Arfii lama haxaaroon giddusaani jiruu omishachuudhaaf haxaaroo bal'aa b foddaa Ajajoota keessatti (gara bita gadaana gara mirgaa olaanatti) barreessi. Wanti hundi gara bita haxaaroo jiranii olii, wannti hundi gara bita haxaaroo jirani gadii jechudhaaf arfiin kun kan qinda'amani. Ajajni kun baafata halqara foddaa Ajajoota keessa ni jira.

Arfii lama haxaaroon giddusaani jiruu omishachuudhaaf haxaaroo bal'aa b foddaa Ajajoota keessatti (gara bita olaana gara mirgaa gadaanatti) barreessi. Wanti hundi gara bita haxaaroo jiranii gadii, wannti hundi gara bita haxaaroo jirani olii jechudhaaf arfiin kun kan qinda'amani. Ajajni kun baafata halqara foddaa Ajajoota keessallee ni jira.

Arfii foormulaa kee keessa jiranitti kasaale fi paawurii ida'uuf foddaa ajaja keessatti sub yookaan sup barreessi. fakkeenyaf, a sub 2.

Sajoo Qaxxee

If you want to use a colon ':' as division sign, choose Tools - Symbols or click the Symbols icon on the Tools bar. Click the Edit button in the dialog that appears, then select the Special symbol set. Enter a meaningful name next to Symbol, for example, "divide" and then click the colon in the set of symbols. Click Add and then OK. Click OK to close the Symbols dialog,too. Now you can use the new symbol, in this case the colon, by entering its name in the Commands window, for example, a %divide b = c.


Sajoo Ofegannoo

Odeeffannoo yeroo foddaa Ajaja keessa hujeekan galchiinu, caasaa sirrii lakkoofsa ogeejjii iddoo miseensota giddu barbaachisuu maalo yaadadha. Kun kan dhugoomu keessattu yoo iddooqa irraa gatii ogeejjii kee keessatti fayyadama jirattee dha.fakkeenyaaf, hiruu ijaaruufs 4 div 3 yookaan a div b.


Please support us!