Image Bar

Use the Image bar to set the color, contrast, and brightness options for the selected graphic object(s).

Image Filter

This icon on the Image bar opens the Image Filter bar, where you can use various filters on the selected picture.

Icon Filter

Gingilchaa

Haalata Saxatoo

Lists view attributes for the selected graphic object. The embedded or linked graphic object in the current file will not be changed, only the view of the object.

Akkaataa man'ee

Haalata Saxatoo

Halluu

Opens the Color toolbar so you can edit some properties of the selected object.

Iftoomina

Iftoomina saxatoo wanta keessaa ifteessa. Gatiiwwan 0% (gututti dhoksaa)irraa hanga +100% (gututti dabarsaa) ni danda'ama.

Sajoo

Iftoomina

Soofuu

Saxatoo pikselii soofuuf qaaqa banaa. Dalagaan kan argamu yoo saxatoon pixselii mallattaa'e dha. Soofuu dandeessisuuf fakkiin dirqama filamuu qaba.

Toleessaa fi Fakkasaa keessatti yeroo sajoo cuqaastu qaaqan hin argamu, garuu soofuu sadeti qabaman arguu dandeessa. Baafata halqara fakkaattii filamee banuudhaan Fakkaattii Soofuu fili, yoo soofuuf Qaaqa gargaaramuu barbaadda ta'e.

Fakkaattii soofuuf qabanoo soofuu sadeti kamiyyuu harkisi.

sajoo

Soofuu

Please support us!