LibreOffice 7.3 Help
Kabala Dhangeessaa Barruu agarsiissuudhaaf, qaree wanta barruu tokko keessa kaa'i.
Maqaa bocquu tarreerraa filuu ykn maqaa bocquu sududaan galchu sii hayyama.
Bocquuwwan hedduu buufatoota xinnaadhan qoodaman galchuu ni dandeesa.LibreOfficemaqoota bocquu tarreen dhufan fayyadama yoo bocquuwwan durtii argamuu baate
Hammamtaa bocquu gara garaa tarree irraa akka filattu ni heyyama ykn hammamtaa hujeekaa galchuuf.
Barruu filatame yabbuu taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri yabbuu ta'a. Yoo filannoon ykn jechi yabbuu ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.
Barruu filatame mirgada taasisa. Yoo qareen jecha keessa jiraate, jechi marri mirgada ta'a. Yoo filannoon ykn jechi mirgada ta'ee argame, dhaangessuun ni haaqama.
Click to apply the current font color to the selected characters. You can also click here, and then drag a selection to change the text color. Click the arrow next to the icon to open the Font color toolbar.
Keewwata(oota) filataman gara muudanaalee fuula bittatti fi mirgaatti hiriirsa. Yoo barbaadde, dabalataanis diqaalalee hiriirfamaa sarara dhuma keewwataatif Dhangii - keewwata - Hiriirfama filachuun ifteessuu dandeessa.
Click the Increase Spacing icon to increase the paragraph spacing above the selected paragraph.
Click the Decrease Spacing icon to decrease the paragraph spacing above the selected paragraph.
Keewwata ammee irratti addaan fageenya sarara baaqqee fayyadama. kun durtii qaindaa'inaati.
Tuqaalee rasaasaa gara keewwata filameetti ramadi ykn keewwatoota rasaasamerraa haqi.
Moves the selected paragraph up one level in the numbering or bullets hierarchy.
Moves the selected paragraph down one level in a numbering or bullets hierarchy.
These commands can only be accessed after you enable support for Asian languages in LibreOffice - PreferencesTools - Options - Language Settings - Languages.
Hammamtaa bocquu barruu filamee dabala.
Hammamtaa bocquu barruu filatamee hir'isa.