Sararaa fi Kabala Rigdoo
Sararaa fi Kabala Rigdoo ajajaawwanii fi dirqalawwan isa ati mul'annoo ammaa irratti fayyadamuu dandeessuu of keessaa qaba.
Specifies whether to show or hide the Styles window, which is where you can assign and organize styles.
Sarara filatameef dirqaalalee dhangeessuu qindeessa.
Kamsha MataaXiyyaa bani. Akkaataa xumura sarara filameef ibsuuf mallattoolee mul'ataa fayyadamuu dandeessa.
Select the line style that you want to use.
Select the width for the line. You can append a measurement unit. A zero line width results in a hairline with a width of one pixel of the output medium.
Select a color for the line.
Amaloota guutuu fakkaasaa wanta filatamee qindeessa.
Akaakuu guutaa fakkaasa wanta filatameef fayyadamuu barbaadde fili.
Haalataa / Guutinsa Naannoo
Gaddidduuwwan
Gaaddidduu wanta filatameef dabala yoo wantichi duraanuu gaaddidduu qabaate, gaaddiddichi haqameera. yeroo wanti hin filatamne yoo qabduu kana cuqaastu, gaaddidduun wanta ittaanuu kaafteetti dabalameera.