Fooyyessi
Ajajawwan galmee kee keessatti wantawwan fooyyessu of keessaa qaba.
Marsi
Wanta(wwan) filataman marsa.
Tamsaasa
Wantoota filataman sadi ykn isaa ol walqixaan siiqqee sardaala irra ykn siiqqee tarjaa jalqabaa. Hanga xumuuratti tamsaasa. Dabalataanis addaan fageenya gidduu wantoota qixaan tamsaasuun ni dandeessa.
Maqaa Moggaasi
Gurmuu
Garbaasi
Enter Group
Gurmuu filatamee akka tokkoon tokkoo wantoota gulaaluu dandeessutti bana. Yoo gurmuun filatame gurmuu man'aaye qabate, ajaja kana gareewwan xixiqqoo irratti irra debi'uu ni dandeessa.
Gurmuudhaa Bahi
Maki
Wantoota filataman tokkoo fi tokkoo olii gara boca tokkottii maka.Tuutessu irraa bifaadda ta`een, wantootnii makamman amaloota wantoota tartiiba sadarka wantoota kessaa issa gaddii irraa jiran qabaatu. Wantoota makaman adda baasu dandessa, garu ammalootnii jalqaba wantootaa ni bada.
walindhi
Sararoota lamaa fi lamaa olii qanyoota beeziyarii ykn wantoota bira sarara waliin walqabsisuun sarara ykn beziyaarii uuma. Wantootnii cufamanii fayiilii ofkessa qaban gara sararaattii jijjiiramuun gutamiinsa isaanii dhaabachuu danda`uu.