Calaqqeewwan suurxiqqoo gara Saxaatoo vectoritti jijjiru

Osso qulqullina saxaatoo hin hir'isiin, hammataan saxaatoo vectori jijjiiramu danda'aa. Fakkasaa fi Impress LibreOffice keessatti calaqqee suurxiqqoo gara saxaatoo suurxiqqootti jijjiiruu dandeessa.

  1. Calaqqee suurxiqqoo jijjiru barbaaduu fili.

  2. Kanneen itti aanana keessaa tokko hojadhu:

    In LibreOffice Draw, choose Shape - Convert - To Polygon.

    Impress LibreOffice keessaa, wantiicha mirga-cuqaasitti, kana booda Jijjiiri - Gara Rogabaay'eefili.

  3. Calaqqeedhaaf dirqaloota jijjjiirraa qindeessi, kana booda TOLE cuqaasi. Ibsa dirqaloota jijjiirraatiif, gara Jijjiiri gar Rogabaay'eetti ilaali.

Please support us!