LibreOffice 24.8 Help
Agarsiisa islaayidii jalqabuuf karaalee adda addatu jiru. erga agarsisni islaayidii hojateen booda too'annoo dhiibuun fayyadamuu ykn qabduulee hantuutee cuqaasuu dandeessa.
Duraantoon yeroo hunda agarsiisuu islaayidii islaayidii tokkoffaarraa jalqaba . Hujee kaan hanga islaayidii maayiitti, olaansuu dandeessa. Qindaa'innoota kanneen jijjiru dandeessa.
Agarsisiicha adeemsiisuuf, Agarsiisa Islaayidii - Agarsiisa Islaayidii.
Gara galtee itti aanuutti ykn islaayidii itti aanuutti olaansuuf, cuqaasi.
Press Esc to abort the slide show before its end.
Agarsiisa islaayidii too'achuuf, fuurtuuleen baay'ee hedidu ta'anitu jiru. Ajajoota barbaachiisoota ta'anin bafata halaqaraa banuuf, mirga-cuqaasuu dandeessa.
Gara islaayidii itti aanuutti ofmaan jijjiiruuf, islaayidoota dirqama ramadu qabda.
Open the Slide Transition sidebar deck.
In the Advance Slide area, click After and enter a time duration.
Click Apply Transition to All Slides.
Gara islaayidii itti aanuutti darbuuf, tokkon tokkon islaayidoota, sa'atti garagraa ramaduu fi dandeessa. amali sa'aatti shaakalakename sa'aati sirri kenname akka argatu si gargaara.
Erga isaayidoota hundi muul'atan booddatti gara islaayidii itti aanuutti olaansuuf, battaluumatti irra deebi'uu islaayidiicha diraqama qindeessu dandeessa.
Agarsiisa Isiaayidii - Agarsiisa Islaayidii Qindaa'noota fili.
In the Presentation Mode area, choose Loop and repeat after and set the duration of the pause between shows.
Kakaasaa ajaja, itti aansuuniis, -agarsiisa hallawwan murteessaa fi maqaafaayilii Impress LibreOffice jalqabuu dandeessa, fakkeenyaaf maqaa faayilii, maqaafaayilii.odp jedhu kakaasaa ajajoota keessaa filachuuf, itti aanuu galchu dandeessa:
soffice -show filename.odp
kuniis soffice xurree sagantaa sirna keetti keessatti akka jirruutti fudhata. maqaafaayilii.odp immoo galeeloo amma keessatti argama.