LibreOffice 24.8 Help
Pirezanteshiini biro irraa islaayidoota gara pirezanteeshiini ammaattisaguu dandeessa. Pirezenteshiinoota gidduutis islaayidoota maxxansuu dandeessa
Dhiyeessa bantiitii, Mul'annoo - Baratamoo fili.
Choose .
Faayilii dhiyeessa islaayidii saaguuf barbaadduu of keessaa qabuu mul'isi, kana booda Saagi cuqaasi.
Mallattoo idaati sajoo faayilii pirezanteshiini maddi jiru cuqaasi, kana booda islaayidii (oota) saaguu barbaadduu fili.
TOLE cuqaasi.
Pirezanteshiinoota gidduu isaanitti gara galchuu fi maxxansu barbaaddu bani.
dhiyeessa islaayidii (oota) gara garchuu barbaadduu of keessaa qabu, keessaa, Mul'annoo – fooyaa islaayidii fili.
Islaayidii (oota) fili, kana booda Gulaali – garagalchii fili.
Iddoo islaayidii (oota) maxxansuu barbaadduutti gara pirezanteeshiinotti jijjiiri, kana booda Mul'annoo – Baratamoo fili.
Islaayidii, islaayidiin gara galffamee hordofuu fili, kana booda Gulaali – Maxxansi fili.