LibreOffice 7.5 Help
Kamshaa Tattoo yaa'aa kabaja Fakkasaairra jiruurraa meeshaa fili
Islaayidii keeti keessatti baca harkiisi
Boboka dabalataa dabaluuf, sadarkaalee maayyii irra deebi'i
Kabala Fakkasaa irraa kamshaa Walindhoolaa banitii sarara walindhaa fili.
Akeektu gara qaree bocaatti yemuu siqsitu iddowwan walindhaa nii mul'atu.
Iddoo walindhaa cufaasis baka biro irratti gara iddoo walindhaatti harkiisi, kana booda kaasi
Walindhaawwan baay'ee dabaluuf, ejatoo maayyii irra deebi'i. Amma, tattoo yaa'aa keetiif toorii buu'uuraa qabaata.
Amma, taatoo yaa'aa keetiif toorii buu'uuraa qabata.
Kanneen itti aanana keessaa tokko hojadhu:
Boca lama-cuqaasitti, barruu kan kee barreessi ykn maxxansi.
Sajoo Barruu kabala Fakkassaarra jirtuu cuqaasitii wantoota barreeffamaan boca irratti harkiisi. Barruu kankee gara wanta barreeffamaanitti barreessi yookin maxxansi.
Boca filitii Dhangii –Bal'ina filadhuu.
Halluu fili, kana booda tarree keessa halluu cuqaasi.
walitti dhufeenya wantoota tokko tokko kanislaayidii keeti irratti jiraniif.
Wanta fili, kana booda agarsisa silaayidii - ajaja fili.
Qaafa keessaa ajaja fili, fakkeenyaaf, yemuu fayyadamaan. Wanta cuqaasu, gara islaayidii birootti deemuuf fili