Qonyoota Fakkasaa

Sajoon Qanyoo Sajookamshaa Fakkasaa irraa kamshaa qonyoota Bézier fakkasuuf oolu bana. Qonyootii Bézier qaphxiilee jalqabaa fi dhumaa jedhamaniin hikama. Qonyoowwaan Qonyoo Bézier qaphxiilee too'annoo ("qabannoota") jedhamaniin hiikama. Qaphxiilee too'annoo sochasuun boca qonyoo Bézier jijjiira.

Sajoo Yaaddannoo

Qaphxiileee too'annoo halata "Qaphxiile Gulaali" qofaan mul'atu. Qaphxiilee too'annoogengoodhaan bakka bu'ama. Qaphxiileen anchor immoo iskweeriidhaan bakka bu'ama. qaphxii jalqabaa xiqqoo qaphxiilee anchor irraa guddata


Segmantoota qonyoo Bézier fi sarara qajeelaa walitti makamuun qonyoota Bézier baay'ee xaxamaa ta'aan uumu. Ce'uumsootni garagaraa sadi ta'an gara sagmentoota cinnaatti argamanitti makkamuuf fayyaduu danda'u:

Meshaalee Qonyoo akkamitti akka fayyadamtu

  1. Kamshaa fakkasaa irraa, kamshaa QonyoowwanIcon baniitii meeshaa QonyooIcon fili.

  2. Iddoo sajoon akka sif jalqabuu barbaadduutti cuqaasi fi qonyoon kallattii kamitti akka deemu barbadetti harkisi. Sararri dhorkaa kallattii agarsiisa.

    Yemmuu kallatti tarsaa digrii 45'n murteessuuf, harkistu, Jijjirraa gadi qabi.

  3. Iddoo qaphxii too'annoo duraa jirtuuti hantuuttee baasi.

  4. Iddoo segmanti qonyoo akka sidhuumtu barbaadutti, qarree siqsi. Qonyoon kunis qarree hordofa.

  5. Kanneen itti aanana keessaa tokko hojadhu:

Akkaataa fayyadaminsa meshaa sarara unka akka feetee

  1. Kamshaa fakkasaa irraa, Curves masaka Sajoo fi Sarar unkaa BilisaaSajoomeeshaa filadhu.

  2. Iddoo qonyoon akka sif Egalu barbaaduutti cuqaasi, qabduu hantuuttee gadi qabi turi.

  3. Akkuuma koobbee goggoggaadhaan hojatu sarara unka akka feetee kaasi.

  4. Sararicha xumuruuf qabduu hantuuttee baasi.

Please support us!