Impress $ (office name) keessatti furtuulee qaxxamuraa fayyadamuu

Sajoo Yaaddannoo

Furtuuleen qaxxaamura tokko tokkoo sirna minjaalee keef ramadame. Furtuuleen sirna minjaaleetiif ramadaman LibreOffice tiif hin argaman. Furtuulee adda addaa LibreOffice Meeshaalee - Maamileesi - Minjaalee, ykn sirna minjaalee keessatiif ramaduuf yaali.


Impressi $ (officename) gahaa taasiisuuf akkasumas iddo hojii keessaan naanna'uuf, gabatee cuqoo fayyadamuu dandeessa. Wantoota fakkasaa uumuudhaaf impressin LibreOffice furtuulee qaxxamuraa fakkasaa LibreOffice waliin wal-fakkaatan fayyadama.

Idooqoota filachuu

LibreOffice Impress AutoLayouts use placeholders for slide titles, text, and objects. To select a placeholder, press +Enter. To move to the next placeholder, press +Enter again.

note

If you press +Enter after you reach the last placeholder in a slide, a new slide is inserted after the current slide. The new slide uses the same layout as the current slide.


kaafama wantootaa uumuu fi gulaaluuf

  1. F6 dhiibuudhaan kabala Drawingtti deemi.

  2. Furtuu xiyyaa Mirgadhiibi,haamma kamashaa sajoo meeshaa kaafamuu bira geessuutti.

  3. yoo xiyyi sajootti aanee jiraate,kaafamuun meeshaa hir'uu(walakkaa kamshaa bana. Dhiibii OLYookiinGadihir'uu(walakkaa kamshaa banuuf furtuu xuyyaa, itti aansuun dhiibi MirgaYookiinBitafurtuu sajoo filuudhaaf.

  4. Press +Enter.

    wantanni gidduu galmee ammatti uumama.

  5. To return to the document, press +F6.

    Wanta iddoo barbaadde qubachiisuuf furtuuwwaan xiyya fayyadamuu ni dandessa.Ajaja ibsa haalata irraa wantoodhaaf filuudhaaf,Jijjirraa +F10.

Wanta filuudhaaf

  1. Press +F6 to enter the document.

  2. Hamma wanta filuu barbaadde geessuutti Caancala dhiibi.

Yeroo Agarsiisa Islaayidii

To start a Slide Show

To start a slide show from the beginning, press F5.

To start a slide show from the current slide, press Shift+F5.

Gara islaayidii itti aanuutti ykn galtee sochii fakkinaa itti aanuutti olaansi

Kabalaiddo

Galteewwan sochii fakina wantootaa keessoo hin taphachiisin duuratti gara islaayidii itti aanutti olaansi.

+PageDown

Gara islaayidii duraati deebi'i

+PageUp

Gara islaayidii murtaa'atti deemi

Lakkofsa fuula islaayidii barreessitti Galchii dhiibi.

Stop slide show

Esc or -.

Fooyaa Islaayidii

Yemuu dura gara fooyaa islaayidiitti jijjiirtuu, xiyyeffannoo gabatee cuqoo gara iddoo hojiitti jijjiiruuf Enter dhiibi. Karaa biraatiin iddoo hojii keessatti nanna'uuf F6dhiibi kana booda Enter dhiibi.

Islaayidoota Filachuu fi filachuu dhiisu

Islaayidii filu barbaaddutti naanna'uuf furtuulee xiyyxx fayyadami, kana booda kabalaiddoo dhiibii. Gara filmaattaati dabaluuf, islaayidii dabaluu barbaadutti naanna'uuf, furtuulee xiyyaa fayyadamitii kabalaiddoo irradeebi'i dhiibii. Islaayidii akka hin filatamne, gara islaayidiitti nanna'i kabalaiddoo dhiibii.

Islaaidii garagalchu:

  1. Use the arrow keys to navigate to the slide that you want to copy, and then press +C.

  2. Move to the slide where you want to paste the copied slide, and then press +V.

Islaaidii Siqsu:

  1. Use the arrow keys to navigate to the slide that you want to move, and then press +X.

  2. Position the cursor where you want to move the slide, and then press +V.

  3. Islaayidii ammaa Dura ykn Booda fili, kana booda TOLE cuqaasi.

Please support us!