LibreOffice 24.8 Help
Islaayidii pirezenteshiini ammaa waliin fayyadamuun fedhii dubbistootaa guutuuf agarsiisa islaayidii maamiluumuu dandeessa.
Agarsiisa islaayidi – Agarsiisa Islaayidii Maamiloo fili.
Haaraa cuqaasiti sanduuqa Maqaa keessatti agarsiisa islaayidii keetiif maqaa galchi.
Under Existing Slides, select the slides to add to your slide show, and click the button. Hold down Shift to select a range of consecutive slides, or CommandCtrl to select multiple individual slides.
Islaayidoota Filataman jalatti islaayidoota harkistee kaa'uun, sadarkaa islaayidootaa agarsiisa islaayidii keeti keessa jiran jijjiiruu dandeessa.
Agarsiisa islaayidii – Agarsiisa Islaayidii Maamiloo fili.
Tarree keessaa agarsiisa jalqabu barbaaddu fili.
Jalqabi cuqaasi.
Yemuu sajjoo Agarsiisa Islaayidii kan kamkaa pirezanteeshinii innaa cuqaastu ykn FS dhibdu agarsiisni islaayidii maamiloo akka simul'atu yoo barbaadde, Agarsiisa Islaayidii Maamiloo fayyadami fili.
Choose LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice Impress - General.
Bal'ina Dhiyeessa jalqabi keessa, saanduqa too'annoo Yeroo mara fuula ammee waliin fili.
Agarsiisa islaayidii maamiloo adeemsiisuu yoo barbaaddee, dirqala kana hin filatin.
To hide the current slide, click the Hide Slide action button.
Mul'annoo – Fooyyaa Islaayidii fili kana booda islaayidii (loota) dhoksuu barbaaddu fili.
Agarsiisa Islaayidii – Islaayidii Mul'isi/Dhooksi fili.
Islaayidichii galmee keeti keessaa hin haqamne.
Mul'annoo – Fooyyaa, islaayidii fili kana booda islaayidii (loota) dhooksuu barbaaddu fili
Agarsiisa Islaayidii – Islaayidii Mul'isi/Dhooksi fili.