Fuuloota HTML gara pirezenteshiinootaatti saaguu
Faayilii barruu barbaaddee, barruu gumeewwan HTML dabalate,
Faayiliirraa barruu gara islaayidiitti saaguuf:
-
In the slide where you want to insert the text, choose .
-
"Barruu" ykn "Gamee HTML" akka Akaakuu Faayilii fili.
-
Faayilii barruu ati dabalu barbaadduu of keessaa mul'isi, kana booda Saagi cuqaasi.
Faayiliichii barruu yoo barruu saagamuu qabuu olitti of keessaa, Qabaate, barruu islaayidoota baay'eerratti qoqooduu dandeessa.
-
Halata gulaali galchuuf, barruu saagamee keessa lama cuqaasi.
-
Select all of the text that lies below the visible slide area and press CommandCtrl+X.
-
Choose , and then press CommandCtrl+V.
-
Haanga barruun hundi islaayidii irratti argamuu danda'utti sadarkaalee 1 hanga 3 jiran irra deebi'i.