Sochiiwwan Fakkinaa Dhangii GLF keessatti alerguu

  1. Wantoota sochii fakkinaatin islaayidii keetirratti fakkeeffaman fili.

  2. Faayilii - Alerguu fili.

  3. Tarree Akaakuu faayilii keessaa, GLF - Dhangii waljijjiirraa saxaatoo(.gif) fili.

  4. Waligala islaayidii osso hin ta'in wantoota filataman alerguuf, Filannoo sanduuqa filannoo cuqaasi.

  5. Iddoo GLF Sochii fakkeeffamee itti olkaa'uu barbaadduu mul'isi; maqaa galchi,kana booda olkaa'i

Please support us!