wantoota G-3 gara Qonyootti, rogabaay'eetti fi wantoota G-3tti jijjiiruu

You can convert two-dimensional (2D) objects to create different shapes. LibreOffice can convert 2D objects to the following object types:

Two types of 3D objects

Wanta gara wanta qonyoowaatti jijjiiruuf:

  1. Islaayidii ykn fuula irraa wanta G-2 fili.

  2. Wanticha mirga-cuqaasitti Jijjiirii- Gara QOnyootti fili.

Boca wanticha foyyeessuuf, sajoo qaphxiileeSajoo kamshaa Fakkasaa irraa cuqaasittii qabbannoo wanta haarkisii. Boca wantichaa foyyeessuuf qaphxii too'annoo qabannoota harkisuu dandeessa.

Wanta G-2 gara rogbaay'ee jijjiiruuf:

  1. Islaayidii ykn fuula irraa wanta G-2 fili.

  2. wanticha mirga-cuqaasitti jijjiirii- gara rogbaay'eetti.fili

Boca wantichaa foyyeessuuf, sajoo Qaphxiilee Sajoo kamshaa Fakkasaa irraa cuqaasittii qabbannoo wanta haarkisii. Boca wantichaa foyyeessuuf qaphxii too'annoo qabannoota harkisuu dandeessa.

Wanta G-2 gara wanta G-3 jijjiiruuf:

  1. Islaayidii ykn fuula irraa wanta G-2 fili.

  2. Sajoo Extrusion Ka'aa/Dhaamaa Sajookamshaa Fakkasaa irraa cuqaasii, ykn wantiicha mirga cuqaasiitii Gara G3 Jijjiiri filadhu.

Amaloota wanta G-3 gulaaluuf kamshaa sararaaf, Qindaa'innoota G-3 fayyadami.

Sajoo Qaxxee

wanta barruu gara wanta G-3 tti jijjiruuf, sajoo Dalagabocquu Sajoo kamshaa Fakkasaa irraa fayyadami.


Wanta G-2 gara wanta naanna'a G-3 tti jijjiiruuf:

wantii naanna'an G-3 kan uummamuu, wanta filatames siiqqee sarjaa isaatiin marsuudhaan ta's.

  1. Islaayidii ykn fuula irraa wanta G-2 fili.

  2. Wanticha mirga-cuqaasitti jijjiirii- gara wanta naanna'a G-3 tti jijjiirii fili.

Amaloota wanta G-3 gulaaluuf, kamshaa sararaa fi gutinsaa akkasumasa kamshaa qindaa'innoota fayyadami.

Sajoo Qaxxee

Wanta G-2 boca xaxamaa baay'ee uuuuf, jijjiiruu keettin duratti wanticha G-2 marsuu dandeessa.


Please support us!