Kornyoowwan

Icon Connector

Kornyoo

Kamshaa Kornyoowwanii bakka kornyoowwan wantoota islaayidii ammee keessatti ida'uu dandessutti bana. Kornyoo sararaa wantoota kan walqunnamsiisa. Dabaltees yoo wantoonni socho'a waliin jalteessa kornyoo ni jalteeffama.

Sararawwan kornyoo gosa afurtuu jira:

  1. Waltawaa(geengoo digirii-90 ni jalataa)

  2. Sarara (lama jallachuu)

  3. Qajeelaa

  4. Qonyoo

When you click a connector and move your mouse pointer over a filled object, or the edge of an unfilled object, gluepoints appear. A gluepoint is a fixed point where you can attach a connector line. You can add custom gluepoints to an object.

Sarara kornyoo kaasuuf wanta irratti tuqaa cuftii gara qabxiitti cuqaasi. Wanta biraa irratti harkisiiti, ittaansuudhaan gadhiisi. Dabalataaniis iddoo galmee kee duwwaatti harkisuu fi cuqaasuu ni dandeessa. Dhumni kornyoo wal-hinqabnnee bakkii garagaraatti harkistutti. Kornyoo garagar baasuuf, xumura sarara kornyoo gara argama gargaagara lamaan keessaa gara tookkotti harkisi.

Kornyoo

Kornyoo kofa digrii-90n jallatu tokko yookin isaa ol kaasa. Qabxii cuftii wantaa irratti cuqaasi gara tuqaa cuftii ittaanutti gadhiisi.

Icon Connector

Kornyoo

Kornyoo Xiyyaan Jalqabu

Kornyoo kofa digrii-90n jallatu tokko yookin isaa ol waliin jallatuu fi xiyyaa qabxii xumuraa kaasa. Tuqaa cuftii wantaa irratti cuqaasi gara tuqaa cuftii wanta biroo irratti harkisii ittaansuun gadhiisi.

Icon Connector Starts with Arrow

Kornyoo Xiyyaan Jalqabu

Kornyoo Xiyyaa Waliinii Xumuramu

Kornyoo kofa digrii-90n tokko yookan isaa ol waliin jallatuu fi xiyyoota qabxii xumuraa lamaanii kaasa. Tuqaa cuftii wantaa irratti cuqaasi gara tuqaa cuftii wanta biroo irratti harkisii ittaansuun gadhiisi.

Icon Connector Ends with Arrow

Kornyoo Xiyyaa Waliinii Xumuramu

Kornyoo Xiyyoo Waliinii

Kornyoo kofa digrii-90n tokko yookin isaa ol waliin jallatuu fi geengoo qabxii xumuraa lamaanii kaasa. Tuqaa cuftii wantaa irratti cuqaasi gara tuqaa cuftii wanta biroo irratti harkisii ittaansuun gadhiisi.

Icon Connector with Arrows

Kornyoo Xiyyoo Waliinii

Kornyoo Geengoodhaan jalqabu

Kornyoo Kofa digirii-90n tokko yookan isaa ol jallatuu fi geengoo qabxii xumuuraatti kaasa. Qabxii cuftii wanta irraa cuqaasi, gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, ittaansuudhaan gadhiisi.

Icon Connector Starts with Circle

Kornyoo Geengoodhaan jalqabu

Kornyoo Geengoodhaan Xumuuramu

Kornyoo geengowwan waliinii kornyoo kofa digirii-90n tokko yookaan isaa ol jaruu fi geengoo dhuma lamaanii kaasa. Tuqaa cuftii wantaa irratti alqaasi, gara cuftii wanta biroo irratti harkisi, ittaansuudhaan gadhiisi.

Icon Connector Ends with Circle

Kornyoo Geengoodhaan Xumuuramu

Kornyoo Geengoowwan Waliinii

Kornyoo Kofa digirii-90n tokko yookan isaa ol jaruu fi geengoo dhuma lamaanii kaasa. Tuqaa cuftii irratti alqaasi, gara cuftii wanta biroo irratti harkisi, ittaansuudhaan gadhiisi.

Icon Connector with Circles

Kornyoo Geengoowwan Waliinii

Kornyoo Sararaa

Kornyoo tuqaa cuftii cinaatti jallatu kaasa. Tuqaa cuftii wanta irratti cuqaasi, gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, itti aansuudhaan gadhiisi. Dheerina muraa sarara qabxii jallatiin tuqaa cuftii gidduu jiru sirreessuuf karnyoo cuqaasuun, qaphxii jallatiinsaa harkisi, itti aansuun gadhiisi.

Icon Line Connector

Kornyoo Sararaa

Kornyoo Sarara Xiyyaan Jalqabu

Kornyoo xiyyaan jalqabuu fi tuqaa cuftii cinaatti jallatu kaasa. Tuqaa cuftii wantaa irratti cuqaasi,gara qabxii cuftii wantaa irratti harkasi itti aansuudhaan gadhiisi dheerina muraa sarara qabxiin jallatiisaa fi qabxii waaliindhaa gidduu jiru sirreessuuf, kornyoo cuqaasuun qabxii jallatiinsaa harkisi.

Icon Line Connector Starts with Arrow

Kornyoo Sarara Xiyyaan Jalqabu

Kornyoo Sararaa Xiyyaan Xumuuru

Kornyoo xiyyaan xumuuramuu fi tuqaa cuftii cinaatti jallatu kaasa. Qabxii cuftii irratti cuqaasi, gara tuqaa cuftii wanta biroo irraatti harkaisi, itti aansuudhaan gadhiisi. Dheerina muraa sararaa qabxi jallatiinsaa fi tuqaa cuftii gidduu jiru sirreessuuf cuqaasuun qabxii jallatiinsaa harkisi.

Icon Line Connector Ends with Arrow

Kornyoo Sararaa Xiyyaan Xumuuru

Kornyoo Sararaa Xiyyaa waliinii

Kornyoo tuqaa cuftii cinaatti jallatuu fi dhuma lameen irratti xiyyawwan qaba. Tuqaa cuftii wanta irratti cuqaasi, tuqaa cuftii wantaa biroo irratti harkisi itti aansuudhaan gadhiisi. Dheerina mura sararaa qabxii jallatiinsaa fi tuqaan cuftii gidduu jiru sirreessuuf kornyoo cuqaasii tii qabxii jallatiinsaa harkisi.

Icon Line Connector with Arrows

Kornyoo Sararaa Xiyyaa waliinii

Kornyoo Sararaa Geengoo Jalqabu

Kornyoo geengoo jalqabuu fi tuqaa cuftuqaaa cufti cinaatti jallatu kaasa. Tuqaa cuftii wantaa irratti cuqaasi, gara wanta biroo irratti harkisi, itti aansuudhaan gadhiisi.Dheerina mura sarara qabxii jallatiinsaa fi tuqaa cuftii gidduu jiru sirreessuuf, kornyoo cuqaasiiti qabxii jallatiinsaa harkisi.

Icon Line Connector Starts with Circle

Kornyoo Sararaa Geengoo Jalqabu

Kornyoo Sararaa Geengoodhaan Xumuramu

Kornyoo geengoodhaan xumuuramuu fi tuqaa cuftii cinaatti jallatu kaasa. Qabxii cuftii wantoo irratti cuqaasi, gara tuqaa cuftii wanta biroo irratti harkisi, itti aansuudhaan gadhiisi. Dheerina mura sarara qabxii jallatiinsaa fi tuqaa cuftii gidduu jiru sirreessuuf,kornyoo cuqaasuudhaan qabxii jallatiinsaa harkisi.

Icon Line Connector Ends with Circle

Kornyoo Sararaa Geengoodhaan Xumuramu

kornyoo Sraraa Geengoowwaan waliinii

Kornyoo tuqaa cuftii cinaatti jallatuu fi dhuma lameen itti geengowwan qabu kaasa. Tuqaa cuftii wantaa irratti cuqaasii, gara tuqaa cuftii wanta biroo irratti harkisi, itti aansuudhaan gadhiisi. Dheerina mura sararaa qabxii jallattinsaa fi qabxii cuftii gidduu jiru sirreessuuf, kornyoo cuqaasuudhaan qabxii jallatiinsaa harkisi.

Icon Line Connector with Circles

kornyoo Sraraa Geengoowwaan waliinii

Kornyoo Qajeelaa.

Kornyoo sarara qajeelaa kaasia. Tuqaa cuftii wantaa irratti cuqaasi, gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi booda gadhiisi.

Icon Straight Connector

Kornyoo Qajeelaa.

Kornyoo Qajeelaa xiyyaan Jalqabu.

Kornyoo sarara qajeelaa xiyya waliin ka'uumsa irratti kaasa. Tuqaa cuftii wanta irraa cuqaasi, gara tuqaa cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda gadhiisi.

Icon Straight Connector Starts with Arrow

Kornyoo Qajeelaa xiyyaan Jalqabu.

kornyoo Qajeelaa xiyyaan xumuuru.

Kornyoo sarara qajeelaa xiyya waliin xumura irratti kaasa. Qabxii cuftii wanta irraa cuqaasi, gara qabxiii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda gadhiisi.

Icon Straight Connector Ends with Arrow

kornyoo Qajeelaa xiyyaan xumuuru.

kornyoo Qajeelaa xiyyoota waliini.

Kornyoo sarara qajeelaa xiyyoota waliin dhuma lameen irratti kaasa. Qabxii cuftii wantaa irratti cuqaasi, gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda cuqaasi.

Icon Straight Connector with Arrows

kornyoo Qajeelaa xiyyoota waliini.

kornyoo Qajeelaa Geengoon Jalqabu.

Kornyoo sararaa qajeelaa geengoo waliin ka'uumsa irratti kaasa. Qabxii cuftii wanta irratti cuqaasi,gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda cuqaasi.

Icon Straight Connector Starts with Circle

kornyoo Qajeelaa Geengoon Jalqabu.

kornyoo Qajeelaa Geengoon Xumuuru.

Kornyoo sarara qajeelaa geengoo waliin dhuma irratti kaasa. Qabxii cuftii wanta irratti cuqaasi, gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda gadhiisi.

Icon Straight Connector Ends with Circle

kornyoo Qajeelaa Geengoon Xumuuru.

kornyoo Qajeelaa Geengoowwaan waliini.

Kornyoo sararaa qajeelaa geengoo waliin dhuma lameen irratti kaasa. Qabxii cuftii wantaa irratti cuqaasi,gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda gadhiisi.

Icon Straight Connector with Circles

kornyoo Qajeelaa Geengoowwaan waliini.

Kornyoo Qonyoo

Sarara kornyoo qajeelaa geengoo waliin dhuma lameen irratti kaasa. Qabxii cuftii wanta irratti cuqaasi, gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda gadhiisi.

Icon Curved Connector

Kornyoo Qonyoo

Kornyoo Qonyoo Xiyyaan Jalqabu

Sararaa kornyoo qajeelaa geengoo waliin ka'uumsa irratti kaasa. Qabxii cuftii wanta irratti cuqaasi, gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda cuqaasi.

Icon Curved Connector Starts with Arrow

Kornyoo Qonyoo Xiyyaan Jalqabu

kornyoo Qonyoo Xiyyaan Xumuuru

Sararaa kornyoo qajeelaa geengoo waliin ka'uumsa irratti kaasa. Qabxii cuftii wanta irratti cuqaasi, gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda cuqaasi.

Icon Curved Connector Ends with Arrow

kornyoo Qonyoo Xiyyaan Xumuuru

Kornyoo Qonyoo Xiyyoota waliinii

Sarara kornyoo qajeelaa geengoo waliin dhuma lameeni irratti kaasa. Qabxii cuftii wanta irratti cuqaasi, gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda gadhiisi.

Icon Curved Connector with Arrows

Kornyoo Qonyoo Xiyyoota waliinii

Kornyoo Qonyoo Geengoo Jalqabu

Sararaa kornyoo qajeelaa geengoo waliin ka'uumsa irratti kaasa. Qabxii cuftii wanta irratti cuqaasi, gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda cuqaasi.

Icon Curved Connector Starts with Circle

Kornyoo Qonyoo Geengoo Jalqabu

Kornyoo Qonyoo Geengooedhaan Xumuuru

Sararaa kornyoo qajeelaa geengoo waliin ka'uumsa irratti kaasa. Qabxii cuftii wanta irratti cuqaasi,garaqabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda gadhiisi.

Icon Curved Connector Ends with Circle

Kornyoo Qonyoo Geengooedhaan Xumuuru

kornyoo Sraraa Geengoowwaan waliinii

Sarara kornyoo qonyoo qabxii cuftii geengowwan waliin xumuura lameen kaasa. Qabxii cuftii wanta irratti cuqaasi, gara qabxii cuftii wanta biroo irratti harkisi, booda gadhiisi.

Icon Curved Connector with Circles

kornyoo Sraraa Geengoowwaan waliinii

Please support us!