Qonyoo

Qonyoon sajoo kabala fakkasaa irra jiru sararawwan kamshaa bakka sararawwanii fi bocawwan islaayidii ammeetti idaatu bana.

Furtuu jijjiirraa yoo gaqqabdu, sochiin hantuutee baay'ina digriin digirii 45 ti murtaa'a. Yoo furtuu gaqqabdu, qabxiin haaraan kan dhuma waliin walitti hin hidhaman. Kun ammo wantoota qonyoowwan qabatanii siif heeyyama. Fuurtuu wanta guddaa keessatti hanga ammatti kan hin cufne yoo ta'u, wanti xiqqaan wanta guddaa irraa hir'ata, kun akka qawaatti argama.

Bocawwan cufamoon oftumaan guutuu kabala Bal'ina Haalata sanduuqa irraaSararaa fi Guutuu keessatti agarsiifaman fudhata.

Qonyoo, Kan guutame

Boca guutuu cufame kan qonyoo irratti bu'uureffate kaasa. Bakka qonyoo jalqabuu barbaaddetti cuqaasi; harkisi gadhiisi ittaansuudhaan qaree bakka dhuma qonyoo barbaaddetti sochoosii cuqaasi. Qaree sochoosuun muraa sarara qajeelaa gara qonyootti ida'uuf irra deebi'i cuqaasi. Boca cufuuf lama-cuqaasi.

Sajoo

Qonyoo, Kan guutame

Rog-addee, fuutame

Boca cufame kan muraa sarara qajeelaa hammatu kaasa. Bakka rog-addee jalqabuu barbaaddetti cuqaasitii,muraa sarara kaasuuf harkisi. Dhuma muraa sarara hiikuuf irra deebi'ii cuqaasi; sarara muraa rog-addee hafe hiikuuf itti fufuun cuqaasi. Rog-addee kaasuu xumuunuuf lama-cuqaasi. Rog-addee gara roga digirii 45tti dirqamsiisuuf Jijjiirraa gaqqabi wayita cuqaastu.

Sajoo

Rog-addee, Guutame

Rog-addee (45°), Guutame

Boca cufamaa muraa sarara qajeelaa haamate kan geengoo digrii 45tti dirqamsiisu kaasa. Bakka roga-addee hafe hiikuuf cuuqaasuu itti fufi. Roga-addee kaasuu xumuuruuf lama-cuqaasi. Roga-addee geengoo digrii 45 tti hin dirqamne kaasuuf, jijjiirraa gaqqabi yeroo cuqaastu.

Sajoo

Rog-addee (45°), Guutame

Sarara Unkaakka feete, Guutame

Sararaa akka feetee islaayidii kee yeroo gadhistuu,LibreOffice boca cufame hanga ka'uumsa sarara kaafamuu uuma. Bocichi sararawwan walini halluu bal'ini ammee guutuu ni danda'aa.

Sajoo

Sarara Unkaakka feete, Guutame

Qonyoo

Draws a smooth Bezier curve. Click where you want the curve to start, drag, release, and then move the pointer to where you want the curve to end and click. Move the pointer and click again to add a straight line segment to the curve. Double-click to finish drawing the curve. To create a closed shape, double click the starting point of the curve. The arc of the curve is determined by the distance you drag.

Sajoo

Qonyoo

Rog-addee

Sarara ciccita sarara sirrii walfaanee qabate fakkaasaa. Cita sararaa fakkaasuf harkisi,dhuma cita sararaa ibsuf cuqaasi,akkasumas cita sarara haaraa fakkaasuf harkisi. Sarara fakkaasaa xumuruuf lama cuqaasi.Boca cufamaa uumuf,tuqaa jalqaba sararichaa lama cuqaasi.

Hold the Shift key while drawing a polygon to position new points at 45 degree angles.

The Edit Points mode enables you to interactively modify the individual points of the polygon.

Sajoo

Rog-addee

Rog-addee (45°)

Sarara mura qajeeelaa walfakkaatuu kan haammatee geengoo digirii 45 dirqisifaman kaasa. Mura sarara kaasuuf harkisi, qabxii xumuraa muraa sararaa hiikuuf cuqaasi. Ittaansuun muraa sararaa haarawaa kaasuuf haarkisi kaafamu sararaa xumuruuf al lama-cuqaasi. Boca cufaa uumuuf, gaqqabuun al lama-cuqaasi.

Sajoo

Rog-addee (45°)

Sararaa Unka akka feetee

Iddoo galmee ammee keessatti harkistutti sarara akka feetee fakkaasaa.Sarara xumuruuf,qabduu hantuutee gad dhiisi.Boca cufaa fakkaasuuf,qabduu hantuutee jalqaba tuqaa sararichaa bira jirtu gaddhiisi.

Sajoo

Sararaa Unka akka feetee

Please support us!