LibreOffice 25.2 Help
Galtee haraa qaaqa Galtee Dirqaaloota keessaaf qinda`inaafi guddinna murtessa.
Galteewwan tokko tokkoof qinda`inii Galtee cancala fuula irrattii murteffamuu danda`a.
Specifies the direction for the effect.
Saffissa suuta suuttaan dabaluu gara jalqabicha galtettiiakka ramaduu dirqaala kana dandeessissa.
Saffissa suuta sutaan hir`atu gara maayyii galteettii akka ramadu galtee kana dandeessisa.
Galtee haraaf guddina murttessa.
Select a sound from the Gallery or select one of the special entries.
Sagalee malee - yeroo galtee sochii fakkinaa sagalee tokkoleen hin filatamu.
Sagalee duranii dhabbi - battalumma galteen amma jalqabdeen galteen sagalichaa isa duraanii ni dhaabbata.
Sagalee bira - faayilii sagalichaa filachuuf banaa qaaqa faayilii mul`isa.
Faayilii sagalichaa filatammee taphachissa.
Select a color to be shown after the animation ends, or select another after-effect from the list:
Golgola hallu walini - sochii fakkinaattiin booda haalluun golgola bocichaa guuta.
Hin golgolessin - galtiin - boodattii adeemsii hin jiru.
Sochii fakkinaan boodattii dhoksii - fakkicha dhumma sochii fakkinaan boodattii dhoksi.
Sochii fakkinaa ittii aanuttii dhoksii - fakkicha sochii fakkina ittii aanu irrattii dhoksii.
Select the dim color.
Select the animation mode for the text of the current shape:
Hunda bakka tokkottii - barruu iddoo tokkottii fakkaasa.
Jecha jechaan - barefamicha jecha jechaan fakkaassa.
Qubbee qubbeen - bareefamiicha qubee qubeen fakkaassa.
Specifies the percentage of delay between animations of words or letters.