Galtee dirqaalotaa

Maalima hirdata Sochii fakkina maamiloo kessaa filatameef ammaloota sochii dabalataa murtessa.

Sajoo Yaaddannoo

Wantichaaf galtee ramadi, kana booda qaaqa Galtee Dirqaalotaa banuuf qabduu ... cuqaassi.


Qaaqnii fuulota caancalaa ittii aanan qabaata:

Galtee

Yeroomsuu

Bareefama sochii fakkinaa

Please support us!