walindhi

Sararoota lamaa fi lamaa olii qanyoota beeziyarii ykn wantoota bira sarara waliin walqabsisuun sarara ykn beziyaarii uuma. Wantootnii cufamanii fayiilii ofkessa qaban gara sararaattii jijjiiramuun gutamiinsa isaanii dhaabachuu danda`uu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Shape - Connect (LibreOffice Draw only)

Sararoota lama yookin lamaa ol filadhu, halqara baafataa bani kana booda Walindhi filadhu.


Please support us!