Gara wanta nanna`aa g-3 jijjirii

Wantiicha filatamee siiqee irraangaddeen sochossun gar-saddee ummuu dandessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Shape - Convert - To 3D Rotation Object (LibreOffice Draw only)

Halqara baafataa wanta filatamee bani itti aansuun Jijjiirii - Gara Qaama Naannaa'aa 3D filadhu.


Wantichii filatammee dura gara rogaattii jijjirama, kana booda immoo gara g-3ttii jijjirama.

Please support us!