LibreOffice 25.2 Help
Wanticha filatamee gara garsaddee (g-3)ttii jijjiira.
Wantichii filatammee dura gara rogaattii jijjirama, kana booda immoo gara g-3ttii jijjirama.
If you select two or more objects and convert them to 3D, the result is a 3D group that acts as a single object. You can edit the individual objects in the group by choosing Shape - Group - Enter GroupFormat - Group - Enter Group. Choose Shape - Group - Exit GroupFormat - Group - Exit Group when you are finished.
Tuutee gara g-3 ttii jijjiirun sadarkaa tartiiba tokkoon tokkoon wantotaa hin jijjiruu dhiibi.
Press F3 to quickly enter a group and CommandCtrl+F3 to leave the group.
Surxiqqoo fi saxaxxoo vektarii muraa faayoo dabalee, gara wantoota g-3 jijjiruu dandessa. LibreOffice `n surxiqqoowwan akka reektangilii fi saxaxxoo vektarii ta`anii yemmuu gara g-3 jijjiramman akka tuutee rogaaddeettii fudhata.
Wantootnii fakkefamanii barrefama qaban illee jijjiramuu danda`uu.
Yoo barbaddee Galtee g-3 wantiicha jijjiramettii fayadamuu dandessa.