Agarsisaa Islaayidii Baratamoo Hiiki

Agarsiisa islaayidii baratamoo uumi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Agarsiisaa Islaayidii - Agarsiisa Islaayidii Baratamoo filadhutii Haaraa cuqaasi.


Define Custom Slide Show Dialog

agarsiisa islaayidii maamiloo uumuu

Islaayidii filadhuuti cuqaasi yookin islaayidicha tarricha keessa dabaluuf >> yookin << haaquuf.

Adds an existing slide to the bottom of the Selected slides list. You need to select a slide in the Existing slides list before you can use this button.

Removes a slide from the Selected slides list. You need to choose a slide in the Selected slides list before you can use this button.

Maqaa

Maqaa agarsiisa islaayidiichaa baratamoo mul`isa. Yoo barbaaddee maqaa haaraa galchuu dandeessa.

Islaayidoota amma jiran

Islaayidoota hunda haala tartiiba galmee amma irrattii argamaniin tarressa.

Islaayidoota filatamoo

Islaayidoota hunda agarsiisa islaayidii baratammoo kessa taressa. Yoo barbaaddee islaayidoota olii fi gaddii harkissun tartiiba tarrichaa jijjiiruu dandessa.

Please support us!