LibreOffice 7.6 Help
Qindaa'inoota agarsiisa islaayidii keetiif, hiika kam eessa irraa akka jalqabduu, haala islaayidoota keetii ittiin olaansituu, akka kuuwwan pirezenteshiini, fi dirqaloota qaree hunda dabalatee jechuudha.
Agarsiisicha islaayidii keessati islaayidootni kam fa'aan akka haammataman murteessa.
Islaayidoota agarsisaa islaayidii keeti keessa jiran hunda hammata.
Lakkoofsicha islaayidiicha jalqabaa saagi.
Akkaataa sadarkiichaAgarsiisa - Islaayidii Agarsiisa - Islaayidii Baratamoo keessa hiikteen agarsiisa islaayidii baratamoo adeemsiisa.
Akaakuu agarsiisiicha islaayidii fili.
Argii guutuun islaayidiicha ni mul'ata.
Agarsiisni islaayidii Foddaa sagantaa LibreOffice keessa hojjata.
Gidduugala gocha afuurafannoo eerga murteesiteen booda agarsiisa islaayidii lamkaasi taasiisa. Afuurfannichi islaayidii islaayidicha maayyii fi jalqabaa gidduuti mula'ata. Agarsiisiichii dhaabsiisuuf furtuu ESC dhibi.
Irra deebi agarsisa islaayidichaan duratti turmaata afuurfannoo galchii. Osso afuurfannoo islaayidii hin mul'isin yeruuma sanitti debi'ee jalqaba.
Asxaa LibreOffice Afuurfannicha islaayidii irratti mul'isa. Asaxiichii jijjiiramuu hin danda'uu.
Yemmuu sanduuqnii kuni filatamuu islaayidootni battaluumatti hin jijjiiraman.
Yeroo agarsiisa islaayidii qaree hantuuttee mul'isti.
Yeroo pirezanteeshiinichaati akka islaayidii irrattii kasu dsandeesuutti qaree hantuuttee gara kobbetti jijjiira.
Anything you write with the pen will appear in your slides after exiting the slideshow. The properties of the pen can be changed by choosing the Pen Width or Change pen Color command in the context menu of the running slide show.
Faayiloota godayyoota sochiiwwan GIF fakkaafaman yeroo agarsiisa islaayidiichaa mul'isa. Yeroo dirqalii kuni filatamuu baate, faayilii godayyiicha duraa sochii GIF fakkaafamee qofaatuu mula'ata.
Yemuu duubbee islaayidii irrattii cuqaastuu gara islaayidii itti anutti darba.
Foodaan LibreOffice yeroo pirezanteeshiinii gubbaa irratti hafa. Sagantaan biroo tokkoleen foodaa isaa pirezanteeshiini keetiin fuula duura hin mul'isu.
By default the primary display is used for slide show mode. If the current desktop is displayed on more than one display, you can select which display to use for full screen slide show mode. If the current desktop spans only one display, or if the multi display feature is not supported on the current system, you cannot select another display.
Select a display to use for full screen slide show mode.
If the system allows the user to span a window over all available displays, you can also select "All displays". In this case the presentation is spanned over all available displays.
Qindaa'inni kuni qindaayina fayyadamiichaa keessa malee keessa galmeetti ol hin kaa'amuu.